ForX Entertainment LLC

ForX Entertainment LLC

Share

Photos from ForX Entertainment LLC's post 05/30/2026

Ar'a Tapha Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awuroppaatu jira.

iddoon Itti Taphatamu Biyya Hangaarii Budaa Pest tti. Moo"ataa Piriimiyer Liigii Ingiliiz Arsenaal fi Moo'ataa Liigii 1 Faransaay PSG tu walitti dhufe.

Taphni kun akkaan eegamaa jira. galgala Sa'aatii 1:00 irraa Jalqabee taphatama.

Arsenaal erga bara 2006 yeroo jalqabaatif waggaa 20 booda tapha xumuraa kana morkata. PSG'n bara dabre shaampiyoonii Waancaa kanaa ta'ee ture.

Kilaboonni Lamaanuu Bara Kana Gahuunsa Gaarirra jiraachuun isaanii Taphicha Dursanii tilmaamuun rakkisaa taasisee jira.

05/27/2026

Ollaa dhaquuf akkanatti tottolfatta? 'iba
Guutuu isaa Link https://youtu.be/LRn-qOBuSn4

05/26/2026

WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE.

Baga Ayyaana Iidal Ad-haa, Kan Bara Hijraa 1447ffaa tin isin gaโ€™he!
Warra Baranaa kan Bara Hegeree!

Hordoftaata Amantaa Muslimaa Hundaan Baga Guyyaa Kabajamaa Iid- Al Ad-haatin isin gahe jechaa, Ayyaanni Iidal Ad-haa kan gammachuu, nagayaa, fi jaalalaa isiniif haa tahu!

Odeeffannoo waqtaawaa argachuu fi bashannanaa barachuuf gara linkiilee armaan gadiitiin nu hordofaa ๐Ÿ‘‡

Youtube: https://youtube.com/

Tiktok: https://www.tiktok.com/?_t=8cYJetQigdB&_r=1

Facebook: https://www.facebook.com/ForXentertainmentmedia?mibextid=ZbWKwL

Want your business to be the top-listed Media Company in Portland?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

http://forx-entertainment-media.wegic.app/

Address


Portland, OR