Giddaa Geendoo Geendoo
08/03/2025
Kaayyoon kees Galmikees asuma turee. Garuu qaqqaaliwwaan heedduu nu jalaa nyaachiftee. Qabsoof nageenya Ummata Oromoo naannolee Wallaga Bahaaf Horroo Guduruuf silmii turtee. Goolama Ummata sababa keetiin mudateef gatiisaa nii kaffaltaa.
02/24/2023
02/22/2023
Waa’ee araaraa haasa’uunis, araara buusuunis gaariidha.
Garuu araara kan dursu haqa! Araara kan dursu qajeellummaadha. Araara kan dursu namummaadha!
Hooggantoota kana yakkaa tokko malee waggootaaf mana hidhaatti dararaa jirtu. Manni murtii si’a meeqa bilisa baasnaan humnaan ukkamsitanii hidhaatti deebistan! Dhukkubsannaan yaalaa dhorkattan!
Yoo dhuguma araara garaa qulqulluu barbaaddu ta’e mee jalqaba jara kanaafi kanneen biroo hidhatti dararaa jirtan hiikaa! Haqa isaanii deebisaa!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Minneapolis
Orlando, FL