Leta Kenei Aga

Leta Kenei Aga

Share

06/12/2026

Dandeettii addaa, tapha miidhagaa!

Ilmi Oromoo yeroo jalqabaaf dorgommii waancaa addunyaarratti hirmaate!

Maatii sabboontota Oromorraa dhalatee biyya Canada'tti kan guddate Alii Ahmed, dorgommii waancaa addunyaa 2026 Canada vs Bosnia & Herzegovina irratti boqonnaa booda gedderamee seenuudhaan dandeettii ajaa'ibaa agarsiisee biyyi Canada qabxii qooddattee akka baatu gargaaree jira.

Kun ijoollee keenya kan birootiif hamilee guddaadha.

Congratulations, Alii👏

06/06/2026

Silver Spring, Maryland

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Dallas?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Dallas, TX