ORO VINE

ORO VINE

Share

15/10/2020

JIRTU JIRTU YAA IJJOLE OROMO

Esa bade arra
Ya hacce gotakoo
Barbaden sidhabe
Enyu kan sinuates
Namamo binensaa
Nangalle hacce koo
Yaa gota sabasaa
Aralle gumaan saa
Hin hafuu Yaa saba
Hanga fadhee ta'us
Hanga fadhee turus
Nii baha gumansaa
Abshir yaa hacce ko
Ya gota barkumee
Ya gota oromoo
Qabson ati jarte
Qabson ati dhabe
Hin kuftu yomilee

Page kenya kana like share godhun nugargara gara you tubatins ORO VINE SUBSCRIBE LIKE SHARE GODHUN KOMANTIN AKKA NUU JAJABEYSITAN HAWWI GUDAA ISINIRA QABNA HAYYE HORDOF TOTA PAGE KENYA HANGA YADA BIRATIN WALITII DEBINUU NAGAYATI NUEGAA👈👇💖💖💖💖

30/09/2020

Mee namnii akana yoo Jirate oson jalala hin jalqabnendurati firra dhisii hire namatii hintabatin please

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Istanbul?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Istanbul
KIYAVLOG