Waadaa Fannoo Jalaa
11/04/2025
Geeteesemaaniidhaa hanga Gooligootaa
Waan ittiin ibsinu ni dhabne Jechootaa😭
Dirree Philaaxoosii hanga Qaraaniyoo
Maal jenneet dubbanna wayyoo wayyoo wayyoo😭
Geeteesemaaniidhaa // Faaruu Haaraa - EOTC // Faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaatiin Faaruu Haaraa Dhukkubbii Gooftaa Faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaatiin.Geeteesemaaniidhaa hanga GooligootaaWaan ittiin ibsinu ni dhabne Jechootaa😭Dirree Phil...
08/04/2025
Jaalalli Isa Moo'ee // Faaruu Baganaa Haaraa // F/ttuu Xirunash Gaaddisaatiin Faaruu Baganaa Haaraa kan Afaan Oromoo Faarfattuu Xirunash Gaaddisaatiin.Tajaajila karaa Istuudiyoo Sootiriyaa kennamu argachuuf liinkiiwwan armaan gadii fay...
08/04/2025
~ Jaalalli Isa Moo'ee ፍቅር አሸንፎት
Faaruu Haaraa F/ttuu Xirunash Gaaddisaatiin
Har'a galgala chaanaalii YouTube Miidiyaa Sootiriyaa ሶትርያ ሚዲያ irratti nu eegaa.
📷 📽 Soteria Studio ሶትርያ ስቱዲዮ
Fuula Miidiyaalee Hawaasaa Keenya Daawwadhaa‼️
Facebook: https://web.facebook.com/SoteriaStudioOfficial
Telegram: https://t.me/soteriastudio
05/04/2025
ጥንተ ስቅለት // Fannoo Ishee Duraa‼️
"Inni garuu waa'ee daddarboo keenyaaf madaa'e, waa'ee badii keenyaafis burkutaa'e; madaa'uu isaatiin nuti fayyine."
~ Isaa 53:5
"እርሱ ግን ስለመተላለፋችን ቆሰለ ስለ በደላችንም ደቀቀ፤ በእርሱም ቁስል እኛ ተፈወስን።"
~ ኢሳይያስ ፶፫:፭
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Contact the place of worship
Telephone
Website
Address
Juba