Gadaa Gabbisaa
Shmrn teenna sorry na godhalle yoo uffata haaraya bitattan shaanxaa keettani yenna Ala baatan qofa kaayattu ๐
Mana keeysatti maalumaaf dasee takkatti azzabdu maalo change godhaa kaa uffannis isin abaaraa
๐๐คฎ
02/10/2023
As wr wb
Abbaan dursa share like comment godhe
Card abbaa 25n badhaafama
Card biyya qatar bakka feetanitti isiniif send godha ok
12/08/2023
Kolfi kolfi naan jedha
Akkasumaan gammadee
Maaliifan kolfuu dhiisa
Mee maaltu natti bade
~
Jedhee kolfuu eegaleen
Deebiseen yaada kaasa
Qalbiinkoo gaaffii guuree
Sammuutti na asaasa.
~
Boo'i boo'i naan jedha
Ammammoo yaadni biraa
Mee maalfaa of harkaa qabda
Wanti siif guute jiraa?
~
Jedhee qalbiikoo fuudhee
Samii keessa balleessa
Ergan harkisee of baasee
Galaana yaadaa keessaa
~
Yaadota kana lamaan
Walitti cuunfee kuusee
Murtoo tokkon murteesse
Ol baasee gadi buusee
~
Kun guutee sun hir'ateef
Maaliifan quba nyaadha
Hin kolfus hin boo'usi
Tasgabbaa'een jiraadha๐
~
Fedhii kooti hunduu akka fedhe
Deemuun nabsee koo yoo dadhabe
Of arrabsee of ceebuun
~
Yaa fira shubbiftuu jarreen nama biraa
Godoo hamaa keessa sobaan
Na tirtiraa duuba koo deebi'aa
Nyaaraan na hiriiraa
Deema narraa fagoo anuu
Ofiif jiraa
~
Murattuu yaa murattu
Ta fedhiin mormaa olii
Gubattuu yaa hamattuu
Tan arrabaan sogorrii
๐น๐น๐น
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Website
Address
Al Rayyan
Doha
56
Opening Hours
| Monday | 09:00 - 17:00 |
| Tuesday | 09:00 - 17:00 |
| Wednesday | 09:00 - 17:00 |
| Thursday | 09:00 - 17:00 |
| Friday | 09:00 - 17:00 |
| Saturday | 09:00 - 17:00 |
| Sunday | 09:00 - 17:00 |