Tana Rabbii caallaa
Rakkachuuf hin Uumamne jireenya lafaarratti!
Beela darbus dheebuu dhufa-Anumatti wal geeddarti! Lubbuun koo yoom hara galfatti, kaayyoon koo galma naaf gahee akka ilmoo namaatti? Akkam jirtan fayyumaa yaa joollee biyya koo? Nagaan isiniif haa tahu yaa obbolleeyyan koo!
Waaโeen keessan kunoo dhamaase qalbii koo..
foon koo nyaate yaanni keessan madeesse qaama koo!
Rakkoon mulโatee namatti argamuu Sossobbii qaba mee obsi qaba. Kankeessaa garuu namnin hubatuu Gubee na waadaa nageenya sardaa!
Maal jatta yaa waaqa waaโeekoo? Jaโe Kedir Mertuwagga meqaa duraa
21/12/2024
๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐ฆ๐ข๐ซ๐ช๐๐๐ง๐ญ๐๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐จ๐๐ฎ๐ฆ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐ ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐๐ ๐๐ฅ๐๐๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ๐คฃ
โ๏ธ Osoo addunyaan guutuunis barbaaddee si dhabde, ati bakkuma Rabbiin kankee sirraa barbaadu qofatti argamiโฆ.!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
Nairobi
NAIROBI