Shukur hasen jilo
19/03/2026
ለመላው የእስልምና እምነት ተከታይ ኢትዮጵያውያን በሙሉ እንኳን ለ1447ኛው ኢድ አል-ፊጥር በሰላም አደረሳችሁ!
በታላቁ የረመዳን ወር የታየውን የመረዳዳት፣ የመተሳሰብ እና ተካፍሎ የመብላት እሴት በበዓሉ ዕለትም አቅመ ደካማ ወገኖቻችንን በማሰብ የበዓሉን ደስታ እንጋራው ዘንድ ምኞቴን እገልጻለው፡፡
ኢድ ሙባረክ!
07/03/2026
🦅🦅Araarsaa Gaawwolee! ( Abbaa-Milkii.)&Qolansa Holdings PLC
Dhaabbatni Qolaansaa Mineral & Mining Export PLC Yeroo dhiyoo keessatti kan hundeeffamee yeemmuu ta'u hojii dhabaa kumaatamaan laakkawamaniif hojii kan Uume yoo ta'u Saffisa cimadhaan Guddachaa jira.
Dhaabbatni Qolansa Holdings PLC Magaaloota Guguddoo Biyyaa Keenyaa Keessattii Hojiilee Guguddoo sadarkaa biyya keessaaf alaatti fakkeenyaa ta'an hojjachaa jira.
Dhabbatichi Dhabbatootaa Waggaa 10 fi 20 har'aa turaniin olitti Caalee argamuuf Saffissa guddaadhaan Balali'aa jira.
Walumaagalatti dhaabbatichi Yeroo dhihoo keessatti Wantoota Gammachiisoo ta'an qabatee dhufaa jira.
👉🦅 Qolansa spring water
👉🦅Qolansa Industrial minerals PLC
👉🦅Qolansa Hotel and Tourism
👉 🦅Qolansa Wedding and entertainment venue.
Filannoon Keessan Qolaansa Holdings PLC haa ta'u.
20/02/2026
The Qolansa and qolansitu Company PLC
It is a fast growing company.
It is also an Organization that is standing by the People and the Government in many things.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Website
Address
Shakiso