Sebeta City Administration

Sebeta City Administration

Share

16/11/2022

Doktara kabajaa Artisti Alii Birraa bara Oromoon Afaan Ofiitiin haasawuunuu itti cimaa ture sanatti sagalee kiiloolee fi jechoota mimmi'aawoo sanaan weellisee Oromoo mataa ol qabachiise. Ogummaa isaatiin tarree Artistoota Addunyaa hiriiree Aadaa fi duudhaa Oromoo Addunyaarratti calaqqisiise!

Duuti waan hin hafne itti taatee kunoo har'a Addunyaa kanarraa boqatus Hojiin isaa bara baraan karaa ta’ee, lafaa fi lafee dhalootaa jabeessaa jiraata.
RIP! Alii keenya!😭

Photos from Fekadu Tulu's post 04/11/2022
Want your organization to be the top-listed Government Service in Sebeta?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Sebeta