Fageessanii tilmaamuu
18/01/2020
Yaa Lammii koo waan naaf hin galin kan akka naaf galu fedhu nagaa fi tasgabbii biyya keenyaa kan dhiigaa fi Lafee obbolaa keenyaa itti dhabneef yaadannoo akkamii akka nubarbaachisuu fi gahee keenya akkamiin bahaa kan jirru hojiin deebisuuf maal tahuu qaba.Maraataa beekkame Caalaa kan fayyaa maraataan man nama rakkaisu hoo beektuu ? Gaheen tokko tokkoo keenyaa maal tahuu akka qabu fi kan duvbannu Caalaa kan hojiitti hiikne meeqaa kan jedhu anaaf gaafiidhaa isin hoo ?
Want your business to be the top-listed Business in Sebeta?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Finfinne
Sebeta