Abdi

Abdi

Share

05/01/2026

As wr wb?

29/05/2023

Hubadhaa!
Lubbuu tokkittii qabna. Isiinis Islaamummaa keenyaaf qofa!

29/05/2023

DUBBII HAYYOOTAA
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
๛ "Hiyyeessa taatee yoo dhalatte balleessaa kee miti, hiyyeessa taatee yoo duute garuu balleessaa keeti."
— (Biilii Giraam)

๛ "Maatii irraa dhalatte filachuu hin dandeessu ijoollee sirraa dhalataniif garuu haala mijeessuu ni dandeessa."
— (Biilii Giraam)

๛ "Namoonni waan tokko hojjechuuf yaalanii kufan, warra homaa utuu hin hojjetin milkaa'an irra ni caalu."
— (Looyid Joonsi)

๛ "Muka ija qabutti dhagaan baay'ata."
— (Shiikeeraa)

๛ "Karaa si baasu hin beektu taanaan deemsa hin eegalin."
— (Ingilizoota)

๛ "Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyyaa filadhu."
— (Giriikota)

๛ "Rabbi gurra lamaa fi afaan tokko nuuf kennuun isaa baay'ee dhaggeeffachuu fi xiqqoo dubbachuu akka qabnu nu hubachiisuu dhaafi."
— (Araboota)

๛ "Beekumsi nyaata lubbuuti."
— (Pilaatoo)

๛ "Amala nama tokkoo yoo baruu feete aangoo yookiin taayitaa kenniif."
— (Abrahaam Liinkan)

29/05/2023

Sitti Fakkatulee
Hundii Dukkana'aa
Wanti Har'a Dide
Boru Ni Milka'aa!

😍

20/05/2023

AS. WR. WB?

Yaa jam.aa baguma jirattan!
Jirra bullee barii arguufi

Want your university to be the top-listed University in Robe?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Robe
ADAAMA