YRWE ADEM

YRWE ADEM

Share

24/02/2026

Beautiful cabin crew ๐ŸŒน๐ŸŒธ๐ŸŒน
Scarlett Johansson๐Ÿ’‹๐Ÿฅฐ
P-0333

Photos from YRWE ADEM's post 02/02/2026

Hafuun fafa๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฝ

๐ฒ๐š๐š๐ฆ๐ข๐œ๐ก๐š ๐’๐š๐ซ๐ ๐ข๐ข ๐จ๐›๐›๐จ๐ฅ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ง๐š Hasu Abdo Aliyi Gaafa guyyaa [02/06/2018]๐–๐š๐š๐ง ๐ญ๐š๐ก๐ž๐ž๐Ÿ ๐ค๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐š๐š ๐ ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐จ๐›๐›๐จ๐ฅ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ง๐š๐š ๐ง๐ฎ ๐ฐ๐š๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข๐ง ๐ช๐จ๐จ๐๐š๐๐ก๐š๐š, ๐ˆ๐๐๐จ๐จ๐ง ๐œ๐ข๐๐ก๐š๐š ๐˜๐ค๐ง ๐€๐Ÿ๐Ÿ๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐š๐š๐ง ๐ฅ๐š๐š๐ช๐š๐ง๐š๐š ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ซ๐š๐š๐ฐ๐ฐ๐š๐ญ๐ฎ, ๐†๐๐ ๐€๐š๐ง๐š๐š Sarar karaa guddaa gubbaa mana nyaata Mammo Abdo Aliyi fulduratii

Kan fageenyi isin daangese..
๐€๐ค๐ค, 1000499676054
๐„๐›๐›๐ซ, 0916476197/0926190934
Hello jechuun nu qunnamaa

Hasu Abdo Aliyi

Galtooma ๐Ÿ™

Photos from YRWE ADEM's post 22/09/2025

Fulbaana_12/2018 Godina Baalee Bahaa Aanaa Daawwee Sararitti Karoora Sosochii Carraa Hojii Uumuu, Gahee Qooda fudhattootaa fi Kallattii Karoora Bara 2018 irratti Iddoo Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Daawwee Sarar Obboo Ahmad Hasan,I/G Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Daawwee Sarar Obboo Aliyyii Hasan akkasumas IG Waajjira Daldala, CHU fi Investment Argamanitti Qooda fudhattoota Sadarkaa Aanaa Gandoota irraa Bulchaa Gandaa ,I/G Hawaasummaa hirmaachuun Sanadichi Bakka Bu'aa Waajjira Daldala,CHUO fi Investment Aanaa Daawwee Sarar dhihaatee jira..

08/06/2025

Maddi Rakkoo Nitorki A/D sarar
Magaalaa bareed kun
Eessa?
Qaamni dhimmi ilaallatu deebi gahaa isinirraa barbaanna?
Rakkina yereoo dheeraa furmaata dhabe
Dhukkubni dawaa qaba, netoorkiin magaalichaa bara dheeraa furmaata dhabuun Kun maal akeeka
Bara hundaa magaalattiin teenya ajandaa isaatiin raafamaa ooluun Kun
Akkam akkam Jara keenya,
Kun gaafi hawaasichaati,
Arra sirraawa bor sirraawa jechaa waggaa meeqa lakkaawa jirra
Nitoorkiin keenya nuuf ha sirraahu gaafii Magaala bareed
Hanga inni nuuf sirraahutti gaafichi ni gaafatamaa
Kabajamtootafi hooggantoota keenya
Dhimma netoorki kana xiyyeefannaa guddaan kennameefi Akka koreen maanguddoo keesaa dargaggoo keesaa ijaaramee karaa beekkamtii Aanichaatiin qaama silaa dhimmichi ilaallatu Huda gaafin Kun Akka Bira gahee deebi hatattamaa argamuuf haala nuuf mijeesaa
Arraaf hagana Jenna barreesaafi qindeesaan anuma sa'iidoo keeytaa horaa bulaa leebanaa

20/10/2024

.
โ†ช๏ธMaaliin harka Olyaad buute kilabiinnana? eega tahee qumaara Arsenaal har'a nyaatame kana beektuu?
โœ”๏ธPiriimiyerliigii Ingiliiz bara dorgommii kana tapha jalqabaa moo'ame.
โœ”๏ธPiriimiyerliigii Ingiliiz bara 2024 dirreen ala tapha jalqabaa moo'ame.
โœ”๏ธBara dorgommii kana taphoota gosa hundaa 10 walitti aansuun taphateen booda tapha jalqabaa moo'ame.
โœ”๏ธPiriimiyerliigii Ingiliiz torbeewwan 8 keessaa 3 Kaardii Diimaa argachuun kilaba jalqabaa jedhame.
โœ”๏ธTurtii waggoota 7 booda Isteediyeemii Viitaalitiitti imaluun yeroo jalqabaatiif moo'ame Arsenaal.
โœ”๏ธPiriimiyerliigii Ingiliiz taphoota 12 walitti aansuun dirreen ala morkateen utuu hin moo'amin itti fufee yeroo jalqabaatiif moo'ame.
โœ”๏ธArsenaal sababa Bornimawuziin reebameef seenaa keessatti tapha 2000ffaa isaa utuu moo'atee hin kabajatin hafe.
โœ”๏ธTaphoota 4 darban qofa galchiiwwan 13 lakkoofsisuun moo'atus har'a Bornimawuz galchii homaa utuu hin keessummeessine Arsenaaliin haloo bahe.
โœ”๏ธLeenjisaa Mikaa'el Arteettaa jalatti Arsenaal naamusaan kaardiiwwan Diimaa 18 argachuun dursa qaba. Haloo Walakaloo!


โšฝYRWE ADEM

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Robe?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Robe