Yasso wereda

Yasso wereda

Share

12/11/2021

‼️

[Namni dubbisuu danda'u hunduu Dubbisuu qaba]
tooftaa bara 1983 irraa deebi'uudhaan yaalaa jirtu kana, itti ni milkoofti moo hin milkooftu?

Mangistuu H/Mariam Akkamitti biyaa Baafame❓

Bara 1981 biyya kana Keessatti Rakkoolee Heddutu ture. Humnoonni Riohee loltootaa Sadii(OLF, TPLF, EPLF) Lola Riphee Loltummaatiin Mootummaa Dargii yeroo sanaa Dadhabsiisaani turaan keessoon Waraanaa Mootummaa,Caasaalee Tikaa USA fi Kan Warra lixaatiin Dhuunfatamee ture. TPLF(Wayyaanee) fi EPLF(Shaabiyaan) Tooftaa Warra Lixaa (USA &EU) fayadamuudhaan Jeneraaloota fi Qondaaltoata waraanaa Mootummaa Darguu Qabaatan. Qondaaltonnii Waraana kun Yeroo waraanni Meeshaa gaafate, Nyaataa itti Eergu. Yeroo Waraanni nyaata Gaafate Meeshaa itti Eergu. Dirree lolaatti Ajaja sirrii hin dabarsaan. Yeroo tokko tokko immoo osoo Riphee loltoonni lolaa jiruunuu lola dhaabaa jedhanii Eergaa dabarsaa turan. Akkataa kanaan Dargiin ofiin of nyaatee of Kuffise.

➡️Kolonoole Mangistuun akkamitti Biyya bahee❓
Namoonni Hedduun Holola TPLF(Waayaanee) fi EPLF(Shaabiyaan) Mangeen Baqatee biyyaa bahe jedhuu odeessaan hanga har'aatti akka seenaatti asawuu. Dubbiin Garuu kana miti. Yoo ta'ee akkamire❓ Hooganaan Tikaa biyyooleessaa fi Nageenyaa Yeroo sanaa Obboo TasfaayeeW/Silaasee jedhamu. Obboo Tasfaayee si'aa Tokkotti Amanama Mootummaa Dargii fi Miseensa ture. Miseensummaa dhaabbata Basaasa Ameerikaa Kan fudhatee yeroo Barnoota isaa Digirii 2ffaa Yuuniversiitii tti baraachaa turedha.Obboo Tasfaayeen Odeeffannoo Biyyoolessaa Dabarsee Warraa Halaatiif kennaa. Mootummaa Dargiifis Amanamaa fakkaata ture.

Dhuma irratti walgahii Londoon (london confreres) jedhamuu Londoniitti taa'ama. Walgahiicha irratti Qamoonni Hundinuu Waliigaltee Dhukaasa dhabuu fi Maarii siyaasaa Gochuu waliigalaan. bu'aa Walgahichaa kan ta'e Mootummaan Darguu yeroo sanaa Yeroo hojiitti hiikuu Humnoonni Riphee lolaa Waligaltees Mallatteessaan Bakka qabachuu fi Qondaaltota Waraana Darguu ajjeesuu itti fufan‼️Halli kun osoo jiruu Bakka bu'insaan Obboo Tasfaayee Waldasilaasee Waliin akkamitti Dargii biyyaa baasuu akka qaban irratti walii galaan. Projeektii Koloneel Mangistuu Dirqamsiisanii Biyyaa baasuu Kan Qopheesse Dhaabbata Basaasa ture. Hojiitti kana Hiikuu immoo Miseensoota isaani Imbaasii Keeniyaa fi obboo Tasfayee Waldasilaasee ture. Obboo Tasfaayeen Torbee Tokkoo Dursuudhan Kolonel Mangistuu waliin Leenjii waraana Bilaattee Deemnee ilaaluu qabna jedhee gaaffii dhiyeesseef. Koloneel Mangiistuun Leenjitoonni Raayyaa Ittisaa Biyyaa Bilaattee waan jiraaniif Deemanii Daawwachuun sirri akka ta'e amanan. Obboo Tasfaayeen Garuu asumaa finfinneetti hafaanii Akka Hojii Hojjataan Itti himaan. Guyyaan isaa Geenyaan koloneel Mangistuun Elekooptaraa isaanii fi Eegdota isaanii Waliin shaalaqaa tokko qabatani Gara Bilaattee imalaan.

kolonel Mangiatuun Kitaaba isaanii Qabataani Elekooptara Seenan. Koloneel Mangistuun Kitaaba isaa osoo dubbisuu Bilaattee Deemuuf Kan Elekooptara kore Naayiiroobitti of argee. Balaliisaan Xiyyaaraa kan Eergamni kennameef Dirree Xiyyaara keeniyaatti Buusee. Akkuma koloneel mangistuun achii Gaheen Konkolaataan Gurraattin Imbaasii Zimbaabuwee irraa dhuftee "As seenii jetteen" Shaalaqaa fi Ajjaabiin Koloneel Mangistuu Sagala keessaa Namoonni lama Dirree Xiyyaraa sana keessatti ajeefaman.

Koloneel Mangistuu Guyyaa 2 Achii bulee Gara Zimbaabuwee Balali'ee. Haala Kanaan diraamaan Hojjatamee Mangeen Biyyaa Baafame. Kana Mangeen Baqatee Bahe jedhanii Odeessuu jalqabaan. Obboo Tasfaayee W/Silaasee, Asumaa finfinneetti Qabamee hidhame. Halkaan Halkaan Obboo Mallas waliin 4 kiiloo bula. Guyyaa Guyyaa Qaallitti oola. Dhumaa urratti TPLF icciiti biyya kana Eergaa Irraa Barattee Mana Hidhaa Qaallittitti Maarfee waraantee ajjeefte. Obboo Tasfaayee Walda Silaasee Dhibee irraa Buleen du'aan jettee Oduu Hojjatte.

Tibbaa duuli Maqaa Balleessi fi Shororkaa waraanaa qindaa'aan warfare jedhamu kan biyyoota lixaa fi Miidiyaa isaanitin dalagamu sochii fi tooftaa ittiin kolonel biyya baasaan waliin wal fakkaata. Humnoonni Kunneen Xiinxala haalaa fi yeroo osoo hin gaggeessin tarsiimoo bosbosaa fi tortoraa Kanatti dhimma bahuuf tattaaffi yoo godhaan agarra. Garuu Namni Itiyoopiyaa gatee baqatuus, tooftaa isaani kanaaf jilbeefatuus tasumaa hin jiru. Mootummaan Itiyoopiyaa fedhii Uummata Itiyoopiyaatiin ijaarame. Kan diigamuu danda'u fedhii biyyoota lixaa fi Ergamtoota isaanitiin osoo hin ta'iin guyyaa uummanni Itiyoopiyaa diige qofa.

Dubbiin Dhugaan kana ture‼️

Bilisumma Beranu Ararsa.

12/11/2021

“አሜሪካ ኢትዮጵያን ይቅርታ መጠየቅ አለባት” ሲሉ ዕውቁ አሜሪካዊ የምጣኔ ሀብት ምሁር ተናገሩ

አሜሪካ ከህወሓት ጋር ያልተገባ አጋርነት እንደነበራት አምና የኢትዮጵያን ህዝብ በይፋ ይቅርታ በመጠየቅ ተአማኒነቷን መጠገን አለባት ሲሉ ዕውቁ አሜሪካዊ የምጣኔ ሀብት ምሁር ተናገሩ።

የ2019 የኖቤል የሰላም ሽልማት ዕጩ የነበሩት የምጣኔ ሀብት ምሁሩ ዴቪድ ስታይንማን አሜሪካ በኢትዮጵያ ላይ የምትከተለውን ፖሊሲ በመተቸት ግልጽ ደብዳቤ ለዩኤስ የአፍሪካ ቀንድ ልዩ መልዕክተኛ ጄፍሪ ፌልትማን ጽፈዋል።

አሜሪካ በአስቸኳይ ከኢትዮጵያ መንግስት ጎን በቁርጠኝነት መቆም አለባት ሲሉ የተናገሩት ስታይንማን እውነታን ከግምት ውስጥ ያስገባና የምዕራቡን ብሎም የኢትዮጵያን ጥቅም የሚያስጠበቅ አዲስ ፖሊሲ እንዲተገበር ለልዩ መልዕክተኛ ጄፍሪ ፌልትማን ጥሪ አቅርበዋል።

ከሕወሃት ጋር የሚደረግ ድርድር ወይም ውይይት ለኢትዮጵያ ህልውና፣ የግዛት አንድነትና መረጋጋት አደጋ ነው ያሉት ስታይንማን ህዝባዊውን የኢትዮጵያ መንግስት መደገፍ ብቻ ለዋሽንግተን እንደሚያዋጣት ገልጸዋል።

ምዕራባውያን ወያኔን በገንዘብ፣ በዲፕሎማሲ እና በሞራል ሲደግፉ በቆዩባቸው ዓመታት ለተፈጽሙ ወንጀሎች ዕውቅና መንፈጋቸው ኢትዮጵያውያንን ዛሬ ላይ “ወያኔ ብሄርን መሰረት ያደረገ ጥቃት ሲያደርስ በኖረባቸው ሃያ ሰባት አመታት ቁጣና ማዕቀባቸው የት ነበር?“ ብለው እንዲጠይቁ አድርጓል ያሉት ምሁሩ ምንም አይነት የሰብአዊ እርዳታ አሜሪካ በኢትዮጵያ ያላትን የተበላሸ ስም የሚያጠፋው ባለመሆኑ ሥርነቀል የፖሊሲ ለውጥ ያስፈልጋል ብለዋል።

በመሆኑም አሜሪካ ከህወሓት ጋር ያልተገባ ጥምረት እንደነበራት አምና የኢትዮጵያን ህዝብ በይፋ ይቅርታ በመጠየቅ ተአማኒነቷን መጠገን አለባት ይሄ ሲሆንም እንደአዲስ ለሚጀመረው የኢትዮ-አሜሪካ ወዳጅነት ጄፍሪ ፌልትማንን ጨምሮ ሌሎችም አፍቃሬ-ህወሃት የሆኑ የአሜሪካ ባለሥልጣናት ከመስመር መውጣት እንዳለባቸው ጠቁመዋል።

Read the full statement here: https://moneybloodandconscience.com/an-open-letter-to-us-special-envoy-jeffrey-feltman-on-his-speech-to-the-united-states-institute-of-peace-nov-2-2021/

Telegram ቻናል ይቀላቀሉ
https://t.me/HumboPresss

Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Nekemte?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Nekemte