Sinbon Tube

Sinbon Tube

Share

10/10/2025

❣️Seenaa Gabaabaa kana Dubbisaa πŸ‘‡
Guyyaa tokko hiyyeessa tokkotu nyaata kadhachuuf mana sooressaa dhaqa.

Abbaan manichaas, namicha nyaata kadhaa dhufe mana jala teessisee nyaata irraa hafaa/over left/ fidee kenneef. Nyaaticha erga kenneefii booda kadhatichaan, "Mee haakadhannu, erga kadhannee booda nyaatta" jedheen. Abbaan manaas, "Abbaa keenyaa Waaqarra kan jiraattu" jedhee kadhata eegale. Hiyyeessichi ammoo jalaa qabuun, "Waaqayyo abbaa kee Waaqarra kan jiraatu" jedhe. Yoona, namichi aree. "Waaqayyo abbaa keenyaa" jedhi jedheen. Hiyyeessichi didee akkuma duraa "Waaqayyo abbaa kee Waaqarra kan jiraatu" jedhee kadhate.

Sana booda maaliif akka inni jedhetti "Waaqayyo abbaa keenyaa" jedhee kadhachuu akka dide haariin gaafata.

deebisee, "Yoon Waaqayyo abbaa keenyaa jedhee kadhadhe, aniifi ati obbolaa taana. Yoo obbolaa taanee ati mana jalatti nyaata harca'aa(over left) naaf hinkennitu. Anis siiwajjinan maaddii kee irraan nyaadha ture.Haala amma ati ittiin nakeessummeessiteen nuti ilmaan abbaa tokkoo ta'uu hindandeenyu" jedheen jedhama.

barumsa guddaa barate. Innis Waaqayyo abbaa keenya ta'uu kan danda'u nama hundumaa akka obboleessaafi obboleettiitti yoo ilaallee gargaarreedha kan jedhu hubate.

Waan dubbiftaniif galatoomaa!πŸ™
maxxansa mimmiidhagoo akkasii argachuuf follow godhaa.

06/09/2025

πŸ’”πŸ’”πŸ˜­

30/07/2025

Kitaabni "Guyyaa 30 kessatti akkamiin haadha mana kee jijjiruu dandessa"? jedhuu maxxanfame torbee 1 keessatti kitaabolee miliyoona 2 olitu gurgurame.

Garuu mata dureen kitaaba kun dogongora qube qaba ture mata duree inni sirriin "Guyyaa 30 kessatti akkamiin jireenya kee jijjiruu dandeessa"? Kan jedhu ture. Qubeewwan L fi W tu wal jijjiree maxxanfame ( Wife & Life). Kan sin aja'ibsiisuu kitaabni erga mata dureen isa sirreeffame maxxanfame booda ji'a 1 keessatti kitaabota 3 qofatu gurguramee.

Nama kan rakkisee jireenya utuu hin taane Haadha manaadha jechudha 😜😁
Sinbon Tube

13/07/2025

time ❀️

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Adama