Toleeraa olii

Toleeraa olii

Share

05/12/2023

Imallii yaadaa
Kosh hin godhu hin sokoksu
Kan garaachaaf hin tanedha
Kan garaa nama bokoksu

Hin utaalu hin barrisu
Suutuma jedhee lo'a
Halkanis naman raffisu
Guutummaa qaama mo'a

Want your school to be the top-listed School/college in Metu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Metu
BUUNNOO