Iluu News Network

Iluu News Network

Share

20/10/2023

Mana barnootaa Leeqaatti sirni baruufi barsiisuu guutummaatti hafeera jechuun ni dandahama.

Barattoonni kutaa 6ffaa bara kana ji'a Caamsaa 26_30 qormaata sadarkaa naannootti qophaa'u qoramuuf jiran hanga yonaa gosa barnootaa lama qofa malee barachuu hin jalqabne. Innuu afaan alagaa qofa,afaan ingiliziii fi afaan amaaraati. Akkasumas barattoonni kutaa 7 fi 8ffaan gosa barnootaa
afur afur qofa barachaa jiru.
Barattoonni kutaa 1_4 guyyaatti gosa barnootaa tokko tokko qofa baratanii galaa jiru.

Qaamni dhimmi ilaallatu barattoota kanaaf
furmaata hatattamaa akka kennu gaafanna.

Photos from Iluu News Network's post 30/09/2023

Wayitii Barnoota Torbee Sirna Barnoota Haaraa Kutaa 9-12ffaa

Photos from Iluu News Network's post 29/09/2023

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad, Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoofi Hooggansi Federaalaafi Naannoolee raawwii pirojektoota ijaaramaa jiranii qorachuuf Jimma dhaqan.

Fulbaana 18,2016-Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad, Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoofi Hooggansi Federaalaafi Naannoolee raawwii hojii pirojektoota ijaaramaa jiranii qorachuuf Jimma dhaqaniiru. Waajjira Ministira Muummee.

Want your business to be the top-listed Media Company in Metu?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Oromia
Metu