Internet Tech

Internet Tech

Share

Nura Business - In Collaboration with Tirushop.com 30/10/2025

Website kana ilaalaa

Nura Business - In Collaboration with Tirushop.com Nura Business - Empowering Your Journey to Financial Independence

Carraan Hojii Kunii akkaa isin hin tarree! Ji'attii $100 – $1,000 hojedhaa! 🇪🇹💻 20/10/2025

Carraa Hojii Dhaabbata damina Daminaa Tech Baasee Kana hirmaadhaa.
💵Beeksiisa💵
💴~£~💵
Akkam jirtu? Akkuma kanaan dura ibsinetti dhaabbannii Damiina Tech Barumsaa fi hojii online uumuudhaan haawasni keenya galii yuuroodhaan akka hojjetuuf carraa bareedaa ta'e isin biraan gahee jira. Haaluma kanaan website Tirushop jalattii hirmaattoonni 40 ol ta'an website monetize ta'e banamaniifii galii guddaa yuurodhaan hojjetaa jiru, kunis galii yuuroo 1 hang 20 (1€-20€) guyyaatti hirmaattoonni hojjetaa kan jiraniidha. Carraan kuni immoo yeroo gabaabaaf kan turu waan ta'eef hojii kanatti hirmaachudhaan galii dhaabbata online irraa yuuroo fi doolara Ameerikaatin hojjechuuf carraan kun akka isin hin dabarre jechaa, namoonnii feedhii fii kaka'umsa hojii kana hojjechuuf qabdan bilbiluun galmaa'uu ni dandessuu isiniin jenna! Odeffannoo dabalaataa fi galmee yoo barbaaddaniis bilbila 0969707070 irrattii bilbiluun gaafachuu fi hirmaachuu ni dandessuu..

Carraan Hojii Kunii akkaa isin hin tarree! Ji'attii $100 – $1,000 hojedhaa! 🇪🇹💻 💰 Asxaa keenyaaf baga nagaan dhuftan! 🌍Tirushop.com, marsariitii digital marketing duraa Itoophiyaa keessatti, carraa addaa isiniif kenna! 👩🏽‍💻👨🏾‍💻Am...

📢📣 Tirushop.com walin galii umadhaa. Online Marketing dhaabbata Deminaa Tech isinif qophessee. 04/10/2025

Akkamitti Tirushop Marketplace waliin hojjechuun ji'aan galii yuro hanga 1000 hojjechuu dandeessuu.

Guutuu isaa asii ilaalaa 👉 shorturl.at/6oZYT

___
Akkamitti Marsariitii/website irraa google AdSense fayyadamuun galiin argama? Google AdSense hoo maali?
1. Google AdSense tajaajila google'n uumeedha. Inniniis miidiyaa hawaasummaa websaayiitii, blogii fi YouTube qofaaf kan hayyamameedha. Namni tokko yoo websaayitii uume, erga dawwattoota (traffic) gahaa argatee booda, google irraa beeksisa(ads) fudhatee irratti maxxansuu danda'a. Beeksisni sun yeroo namni irratti cuqaase ykn yeroo daawwatee qarshii xiqqoo argamsiisa. Qarshiin sun waliitti qabamee guddata.
2. Akkaata Adeemsa itti jalqabnu:
1ffaa: Website Uumuu: weebsayiitii uumuu jalatti wantoonni nu barbaachisan;
a) Domain: websaayiitii uumuun dura maqaa gaarii jennee yaannu filachuu (fkn, tirushop.com) kun immoo domain jedhama.
b) Hosting: Iddoo websaayiitii kee qubaachiiftu si barbaachisa waan ta'eef isa filachuu kuniis hosting jedhama. Isaan kanneenis kan akka Hostinger, Bluehost, SiteGround fi kkf fayyadamuu dandeessa.
C) Content Filachuu: Google AdSense tajaajila keetiif hayyama kennuuf, content (qabiyyeen) kee qulqulluu fi namoota dawwataniifis bu'a qabeessa ta'uu qaba. Barruulleen haqa qabeessii fi gaariin ati qopheessituus bal'inaan qophaa'u akkasumaas Afaan sirrii, jecha qulqulluu fi hiika kan qabu fayyadamuu qabda. Qabiyyeen keetiis tajaajiloota barbaachisoo ta'an kanneen akka Barumsaa, teknooloojii, fayyaa, seenaa fi kkf yoo ta'e baay'ee filatamu.
d) Daawwattoota (traffic) aragachuu: Erga namni qabiyyee ati qooddu baay'inaan daawwateen booda dhaabbani Google qarshii siif herrega. Kanaaf; SEO (Search Engine Optimization) fayyadamuu jechoota barbaadaman (keywords) qindeessi, akka google irratti salphatti argamuuf.
Miidiyaa Hawaasummaa ( Facebook, Telegram, Tiktok, fi what's up ) fayyadamuu geessituu/ link content qopheessitee namootaaf qoodi.Akkasumaas Website networking website biroo wajjiin walitti hidhuu.

3ffaa: Google AdSense irraa Hayyama Argachuu: Websaayiitii kee erga qopheessiteen booda, gara AdSense.com deemuun application galchuudha. Ergasii google websaayiitii kee sirritti ilaaluun qulqullina fi daawwattoota qabaachuu akkasumaas, seera isaanii sirritti eeguu erga mirkaneesseen booda siif eyyamuun beeksisa (ads) irratti maxxansuu siif hayyama.
4ffaa: Qarshii irraa argachuu: Namoonni yommuu website kee daawwatan ads irratti yoo cuqaasan (CPC-Cost Per Click) fi yeroo daawwatu (CPM-Cost per 1000 views) irratti hundaa'uun qarshii siif lakkaawu jalqaba. Fkn, yoo namni 1000 website kee banee ilaale, kaffaltaa Yuuroo( 5€-€50) argachuu yookiin Qarshii (1000ETB-10000ETB) siif lakkaawa.
Hub: Garaagarummaan kaffaltaa kun kan uumamaan namoota websaayiitii keessan yommuu daawwatan ads irratti cuqaasanii fi biyyoota isaan irraa daawwatan irratti hundaawa. Kanaaf daawwattoota xiqqaa yoo qabaatte kaffaltaanis xiqqaa ta'a.
5ffaa: Seera Google AdSense Eeguu: Google'n seera cimaa qaba ads websaayiitii keetii irratti ofiif cuqaasuu hin gootu yoo goote si adaba. Content dhoorkaa ta'e yookiin faallaa seera google yookiin dhugaa qabatamaan jiru soba ja'u irratti siif hin hayyamu. Ads iddoo sirrii hin taane irratti maxcansuu hin qabdu. Yoo irratti deddeebitee seera cabsite account keetiis cufuu danda'a.

6ffaa: Mala Dabalataa Qarshii Kee Itti Gudduftu: Malli kunniniis;
a) Niche Filachuu: Kana jechuunis content google AdSense irratti fudhatamummaa fi jaalatamummaa guddaa qaban kanneen akka odeeffannoo teknooloojii, Finance, fayyaa fi barumsaa yoo maxxansite daawwattoota xiqqaa irratti kaffaltaa guddaa siif kaffala.
b) content dheereessuu: Barruulee bal'aa fi hubannoo gaarii qabu kan google irratti saffisaan ol bahuu danda'u maxxansuu.
c) Ads placement: beeksisa bakka namni salphaatti arguu danda'u kaa'uu (Jalqaba/jidduu/dhuma barruu irra).
7ffaa: Gufuuwwan si mudachuu danda'an: Yeroo fi Obsaan malee hin milkooftu. Hayyama dhaabbatichaa argachuutu cima. Kaffaltaa akka siif lakkaawu jalqabsiisuuf yeroo dheeraa fudhachuu fi cimuu danda'a.

📢📣 Tirushop.com walin galii umadhaa. Online Marketing dhaabbata Deminaa Tech isinif qophessee. Deminaa Tech karaa Tirushop Marketplace isinif fidee fayyadamuun galii ji'a ji'aan Dolaara 500$ hanga 1000$ fi isaa ol akka Hojjechuu dandessan quba qabduu laata. Maarree carraan kuni yeroo gabaabaa fi namoota murta'aaf kan bahee waan ta'eef daftanii hirmaachuun fayyadamaa. Barruu kanaan akkaataa it...

The 20 Most Expensive Keywords in Google AdSense — and How to Push Your CPC Above $1 04/10/2025

The 20 Most Expensive Keywords in Google AdSense — and How to Push Your CPC Above $1. A detailed blog.

If you’ve ever looked at your Google AdSense earnings and sighed — you’re not alone. Many publishers get clicks worth just a few cents. But here’s the thing: not all keywords are created equal. Some… read tirushop.com/most-expensive-keywords-in-google-adsense/ for more

The 20 Most Expensive Keywords in Google AdSense — and How to Push Your CPC Above $1 The 20 Most Expensive Keywords in Google AdSense — and How to Push Your CPC Above $1. A detailed blog. If you’ve ever looked at your Google AdSense earnings and sighed — you’re not alone. Many publishers get clicks worth …

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Jimma