Addis entertainment
24/01/2023
Kaaba Oromiyaa Godina walloo aanaa Jiillee Xummuggaa magaalaa sanbateettii Humni addaa Amaaraa fi Faannon waloodhan Ummata keenya Oromootirratti waraana guddaa bananiiru.
Humni addaa amaaraa duraan naannwa magaalaa Sanbatee gaara gubbaa qubatee ture. Har’a humni dabalataa konkolaataan sadi dabalameefi haala qindaayen ummata keenyarratti lola bananiiru.
24/01/2023
Karoorri kee maali
Naaf ibsitaa laataa
Gaariif moo hamaafi
Maaf itti rarraataa
Murteessuun ni cimaa
Kan taa'ee yaaduufi
Harkistee buusuuf moo qabattee yaabbuufi
by lata qana'i
Want your organization to be the top-listed Government Service in Holeta?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Culinary Team
Attire
Contact the organization
Telephone
Website
Address
Aspalt
Holeta