Mame
25/07/2025
👉 Mee waa'ee kee natti himi🤲
👉 Ani Mucaa hiyyeessaati, barnoota dhiiseen maatii Koo gargaara🥲 Atihoo?
👉 Ani hiriyaa jaalalaan qaba😏
👉 Achii booda Akaakayyuun Koo qarshii miliyoona 10 na dhaalchisanii du'an🫰
👉 Garuu waliif galuu dadhabnee gargar baane🙏
👉 Achiin balaa ibiddaa ka'een Manni keenyaaf qabeenyi keenya hunduu gubatan🥲
👉 Waan si dhibu, Jaalallee Koo faana kaleessa araaramne🙏
👉Akka tasaa qarshii miliyoona 8 baankii keessa Waan tureef Waaqayyo nu oolcheera💗
👉 Ani garuu ijaan argaa isaa hin barbaadu😏
Ammas irra deebi'een jedhaa 'jarattiin hin cimiti' irraa of eegaa warri kankeenyaa😪
Follow 👉Mame
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Harar