Jafer JR.
01/04/2024
Ergamaan rabbii Nabi Muhammad ο·Ί irraa nu dhoorkanβ
ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»ππ»
β1- Haala janaabdaa qabduun nyaachuu irraa, akkana jedhe ammas : inni hiyyummaa dhaala
β2- Bitaan nyaachuu irraa ammas irkatanii nyaachuu irraa
β3 - Qeensa ilkaaniin ifirraa ciruu/muruu irraa..
β4 - Mana fincaanii keysattii fi yaroo fincaanutti jiran haasawuu irraa..
β5- Bishaan kheysatti,fi muka firii qabu jalatti fincaanuu irraa..
β6- Bishaan jilbiinfatanii dhuguu irraa akka beyladaati akkana jedhe ergamaan rabbi S A W harka keessaniin dhugaa isiin irra caalaa meeshaa keessaniiti..
β7- Zahaba/fiddaa Keessatti dhuguu irraa ..
β8- Nyaata afuufuu irraa yookaa bootaa sujuudaa afuufuu irraa..
β9- Qabrii fi karaa fi bootaa gaalli itti hidhamuu fi ka'abaa gubbatti salaatuu irraa ..
β10- Nama hamatuu irraa, nama nama hamatu dhaggeeyfachuurraa..
β11- Qaama / owraa obboleessa muslima laaluu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W namni owraa obboleessa isaa ka muslima xiinxalee ilaale malaa'ikaa kuma torbaatamatu isa abaara..
β12- Dubartiin owraa /qaama saalaa dubartii laaluu irraa..
β13- Hayawaana ibiddaan gubuu irraa..
β14- Kinniisa ajjeesuu irraa..
β15- Fuula nama dhahuu ( rukutuu )irraa ..
β16- Balfa ( qoshaashaa )mana keessa bulchuu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W mana keessan keessa hin bulchinaa balfa isiin teessuma sheyxaanaatii ..
β17- Nama walitti diruurraa, nama nama walitti diru dhaggeeyfachuurraa..
β18- Haasawa kijibaa haasawuurraa..
β19- Guyyaa jum'aa haasahuu irraa..
β20- Yeroo aduun olbaatu salaatuu irraa haga olfuudhamtutti likkii xiyyaa hoggaa isiin dhiitus.
β21- Guyyaa jaha soomuu irraa, guyyaa fixrii, guyyaa shakkii , guyyaa gorraasaa , guyyaa ayyaamu attashriiq..
22- Miila tokkotti kophee uffatanii miila tokkoon qullaa deemuurraa..
23- Dubartiin janaazaa hordofuu irraa ..
25- Dubartiin if mimmiidhagsuu irraa jaarsa isiitiif malee..
24- Dubartiin sh*ttoo dibachuurraa..
25- Dubartiin mana isii irraa bahurraa hayyama jaarsa isii malee yoo baate malaa'ikaan samii keessa jirtu hundi ni abaarti wanni isiin bira dabritu hundi haga gara mana isii deebitutti ..
26- Dhala nyaachuurraa, dhala fudhachuurraa..
27- Gubboo nyachuurraa, gubboo nyaachisuurraa..
28- Wallee fi wallisaa dhaggeeyfachuurraa..
29- Suuraa kaasuu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W namni suuraa/fakkii kaase guyyaa qiyaamaa rabbiin isa ciinqa ruuhii itti afuufi jedheenii garuu itti afuufuu hin dandahu ...
30- Rabbitti qindeeysuu (sharraksiisuu) irraa
31- Rabbiin malee kakatuu irraa dhoowwe jira
Anaa fi isiniis nama waan dhagayetti fayyadamu RABBI nuhaa taasisu.
Beytaa maaliif dirqama sirratti taha share godhuun !?
sababaan namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama
Akka sibiratti dhaabbatu hin taasisin namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageeti.
Dubiisii Yoo gesiitee salwataa busii Nabiyyii irratti ο·ΊπΨ΅ΩΫ Ψ§ΩΩΫ ΨΉΩΫΫ ΩΨ³ΩΩ
...πJzk Allahu
21/03/2024
Waqtiilee filatamoo Du'aa'ii !!!
Rabbiin subhaanahu wata'aalaaa
Gabroottan isaatiif yoomiyyuu kaluu dha.
Haa tahuu garuu akka
Ergamaan Rabbii (s.a.w)
dubbatanitti bifa addaa taheen
waqtiileen filatamoon du'aa'iin itti
qeebalaman akka jiran ibsaniiru.
Muraasa isaanii wal haa
yaadachiifnuu !!!
1. Du'aa'ii Salaata waajibaa booda
godhamu
2. Du'aa'ii jidduu azaanaa fii
Iqaamaatti godhamu
3. Du'aa'ii sa'aatiiwwan guyyaa
jum'aa keessatti argaman irratti
godhamu
4. Du'aa'ii waqtii bishaan zamzamaa
dhugan godhamu
5. Du'aa'ii yommuu hirriba keessaa
ka'amu godhamu
6. Du'aa'ii yeroo tokko sadaffaa
( 1/3 ) halkanii isa booda jiru irratti
godhamuu
7. Du'aa'ii halkan leylatul qadrii
8. Du'aa'ii yommuu roobni roobu
godhamu
9. Du'aa'ii nama imala irra jiruu
(musaafiraa)
10. Du'aa'ii haadhaa fii abbaan
ilmoo isaaniitiif godhan
11. Du'aa'ii obboleessa muslimaa
tokkoof duuba isaatti godhamu
12. Du'aa'ii ramadaana keessatti
godhamu. .... kkf
ITTI HAA FAYYADAMNUU!
Yaa Rabbi Du'aa'ii muslimtoota
hunda nuuf qeebali!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Harar