Raayyaa Muslimaa
Jasrtii Namaa Diraamaa Jafar Ali 2026
Jaartii namaa Diraamaa Jafar Alii 2026
28/02/2026
NEW RAAYYAA ABBAA MACCAA 39ffaa!! Guutuu 2018/2026 Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
28/02/2026
Obsi Amala nama gurguddaati...
🌴Nabi Aadam عليه السلام Mana isaanii kan jalqabaa (Jannataa) bayanii obsan..
🌴Nabi Nuuh عليه السلام Ilma isaanii duniyatti galaanni nyaatee, Aakiratti ibiddi jahannam nyaatee dhabanii obsan...
🌴Abbaan Anbiyootaa Nabi Ibraahiim عليه السلام Ilma kee gorra'i je'ameenii obsan...
🌴Nabi Ya'aquub عليه السلام firee onnee isaanii Yuusufiin dhabanii bara dheeraa obsan...
🌴Nabi Ayyuub عليه السلام bara dheeraa dhukkuba cimaa dhaan qabamanii obsan...
🌴Harmeen Nabi Muussaa عليها السلام Ilma kee sanduuqaan galanatti darbii dhaan ajajamtee bishaan keessa keessee garaa jabeeffatte..
🌴Nabi Zakariyyaan عليه السلام Amata dheeraa Ilma dhabanii obsan...
🌴Nabi iisaafii Nabi Yahyaan عليهما السلام hiyyummaa dhaan rakkachaa turan...Garuu ni obsan...
🌴🌴😪Nabi Muhammad صلوات ربي وسلامه عليه Gosoota rakkoofii cinqaa hunda dhandhamanii jiru..
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the practice
Telephone
Address
Haramaayaa
Harar