ORO SHOW ORO

ORO SHOW ORO

Share

30/06/2021

Dr Gammaachuu Magarsaa,sirnaa ebbaa albeemaa 3ffaa hacee waggaa 1ffaa iirraatti eebbasaan eebbiisaan,nuu jiradhaa
Ergadhaa elmadhaa
Raafadhaa yaafadhaa
Jiraataa horaa
Nyaataa dulloomaa
Guggurufiin, itti dhufiin
Dhukkuba luugoo bulu
Farda luugamaan bulu
Qullubbii tumuu
Muxuxii dhumuu
Qalqala maruu
Galgala baduu
Waaqayyo oromoorraa haa qabu.

Want your business to be the top-listed Media Company in Gimbi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Gimbi