IFAA JIRUU

IFAA JIRUU

Share

27/04/2026

#140353
earn money

12/03/2026

Injifannoo Lola Shumburaa kuree
❄❄❄❄❄❄❄❄❄❄
Seena akka guyyaa har'aa March 11/1529
✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺✺
Duulli guddaan seena qabeessa ta’e kan Murannoofi gootummaan Imaamu Ahmad keessatti ifa bahee mul’ate Lola Shumburaa Qoree jedhamee beekama. Imaamichi achiin durattis dirree Lolaa hunda keessatti Injifannoo gurguddaa galmeessisaa ture. haata’u malee Lolli Shumburaa Qoree kophaa isaatti Lola murteessaa waan ta’eef seena qabeessa ture. Lolli sun onnee waraana Atsee keessatti baysee kan hamlee jaraa doomse ture. Waraanni Shumburaa Qoree Adaamaafi Bishooftuu jidduutti kan Argamtu naannoo Laga Mojoo keessatti gaggeeffame. Imaamu Ahmad Loltoota isaa Eega sirnaan Ajajoota jalatti ijaaree gurmeessee xumuree booda bakka garaagaraatti lola wal faana gaggeessaa ture.

Ziquwalaa bakka jedhamtuurraa ka'ee gara Naannoo Laga Mojootti bobba'e. Bitootessa 7/ bara 1529 Imaamichi bakka woraanaaf tarsiimoo gaarii qabdu filatee loltoota isaa Laga Shumburaa Qoree qubsiise. Waraanni Libna Dingil akka Imaamni Ziquwaalaa gadi dhiisee deeme waan hubateef Achumaan Hoomaa Waraanasaa guurratee hanga Mojootti faana bu'ee dhufe. lolli Shumburaa Qoree yeroon Eegalamu dhihaate. Lolli jalqabuuf deema. Bitootessa 11-1529 Libna Dingil Humna woraanaa Abbootii Fardaa kuma kudha Jaha (16,000) waraana lafoo kuma Dhibba lama (200,000) fidee hiriirsee diriirsee dachii dukkaneesse. Imaamu Ahmadis gama isaatiin woraana Abbootii Faradaa 560 fi waraana lafoo kuma kudha lama (12,000) qopheessee jira. Lakkoofsa Waraana Imaamichaatiifi Baay’ina hoomaa waraana Kiristaanaa Yilmaa Dheeressaa akkas jechuudhaan ibsan:-

Baay’inni Waraana Libna Dingilifi Gootummaan Ajajoota waraana isaa Onnee Loltoota Islaamaa dhadhahachiisuun isaa hin olle. Ahmad Ibraahim garuu Onnee Murannoo qabduufi ejjannoo Loltoota isaa abdatee Waraana Libna Dingil baay’inni isaa hagana gahu osoo hin bir’atin rifaatu tokko malee ittiin Loluudhaaf qophaa'ee Eeggate.
Bara dheeraadhaaf kan Muslima caccabsee fixaa ture Waraanni Atsee Libna Ding

07/03/2026

qalbii namaa keessatti ijaarama; kanaafuu qalbii namaa jabeessuun baay’ee barbaachisaadha.

Kanaaf zakaa keessaa qooda tokko ⅛ (1/8) warra reef amane qalbii isaanii jabeessuuf kennama.


Kanaafuu yaa jara keenya obboleessi keenya

haqa obbolummaa Islaamaa dabalatee, haqa
warra reefu Islaamawee saniis nurraa qaba.

Ammaas miidhaan cimaa isa irra gahee waan jiruuf, obboleeyyan keenya hundi akka isa gargaartan kabajaan isin affeerra.

Rabbiin obboleessa keenya nuuf haa fayyisu.
🤲

Lakkoofsi herrega isaa (Account:

1000445703908

07/03/2026
Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Gelemso?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Gelemso

Opening Hours

Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00