Hafiz

Hafiz

Share

31/12/2025

Ati Waan gaarii hojjatta garuu sadarka tee nama waan hamtuu hojjatuu gadi nama biratti.yoo waan hamtuu hojjatte dafteet mullatta akkamitti wanni fokkottuun waan gaarii caaluu dandeessi jattee hoggaa if gaafatte waan gaarii nama gaarii qofattu arga waan hamtuu immoo nama hunda bira gahuudha hubatta.
Kunihoo maaliif jattee yoo if gaafatte
Namummaan nama waan gaariin ibsama
warroota waan hamtu hojjatan warri jaalatu namummaan isaani irruu tahuudha hubatta ati immoo warra namummaa qabaniin jaalatamu jirta sadarka warra namummaa fi waan gaarii hin agarre biratti hin barbaadin jatti gaariin.

✍️

23/10/2025

Rabbiin gabrootan heeddu qaba khan gamachuu obboleessaa jaalatu kha waan biraa takka sirraa Hin barbaane kha duniyaas itti cabsee oof gad qabee siwaliin tabatu.akkasuma kha ofiif huma hin qabne kha qabaachun kee gamachiisu Wlh rabbiin gabrootan heedu qaba hunda keessan isin haa gamachiisu milkiin wal gamachiisu fi waliif gamadu bira jirti umrii na dheeradha 🥲

23/01/2025
Want your business to be the top-listed Clothing Store in Gelemso?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Hardim
Gelemso