Gech
11/09/2022
prezadantiin mana murtii Aanaa Habroo kabajamoo obboo Darrasaa Getaachoo Baacaa Ummata Itoophiyaa maraan Baga waggaa haaraa gessani ergaa dabarsanii jiruu.
30/07/2022
mannii murtii Aanaa Habroo guyyaa har’a sirna cufiinsa rawwii hoojii bara 2014 ,hoojii gannaa,ilaalchisee bakka hojjattonni mana murtichaa ,hoggantoonni ol'anaan Anichaa bakka argamanittii kallattii ka'uun gaggeffamee jiraa.bu’uuruma kanan hojjattota hojii dansaa hojjattan kennaa adda adda gumaache jira.preezadantiin mana murtichaa Obboo Darrasaa Getaachoo ,manni murtii keenya akka godinaati,1ffaa roga hundaan bahuun isaa gahee kenya qofa osoo hin taanee kan qooda fudhattota hundaatii jechuun xalayaa bekkamtii wajj.polisii,WMMD,WAJ.BULCHINSA AANAA,ABBA ALANGAA ANICHAATIIF KENNERAA,Hundii kessanuu galata guddaa nuu biraa qabduun dhaamsa prezadantichaatii.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Telephone
Website
Address
Ni
Gelemso
NO