Rame Sham

Rame Sham

Share

22/07/2026

Ijaa fi Onnee

#​Fuulli kolfu hundi: Onnee qulqulluu qaba
jechuu miti. 🎭
#​Gurra kee: Waan dhaga'e hunda akka
dhugaatti hin fudhatin.👂
#​Ija kee: Namni ijaan argite hundi fira sitti ta'uu
hin danda'u. 👁️

​ :
Namoota amani, garuu daangaa itti ijaari. Namni hamii nama biraa sitti fidu, kan kees bor nama biraatti geessuun isaa hin oolu.

22/07/2026

Big shout out to my newest top fans! Esayas Assefa

22/07/2026

Tokko jaalalaaf miilaa namaa dhiqa, inni tokko ammoo jaalala
dahoo godhatee miilaa namatti dhiqata.

01/07/2026

Jaalalli: Afaan malee dubbata.
​Amanamummaan: Sagalee malee amantii
ijaara.
​Seeqannoon: Madaa onnee wallaana.

​📌 Nama jireenya kee keessatti si jaallatu qabaachuun, harka kee keessa furtuu gammachuu qabaachuudha.

26/06/2026

♡Itti yaadaa jaalachuun hin taatu. ♡
♡Jaalala gaafa jalqabdu yaaduu ni dhiifta, Yaaduu gaafa jalqabdu jaalala ni dhiifta.

Kanaaf “Jaalalti Jaamaadha” ja’an ♡♡

Photos from Rame Sham 's post 26/06/2026

Mu'ee Mahammad my brothers graduate is a moment of pride for our family.
the struggles, late nights, and efforts were worth it. , and may your future be even brighter.
of my brothers for reaching this milestone. Keep going, the world is waiting for you.Years of hard work, sacrifice, and dedication have paid off.
This is only the beginning of greater achievements ahead.
My bro Mu'ee Mahammad

24/06/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdii Abrahim, Saamu'eel Raggaasaa Aamanuu, Abdii Hasan, Inshaa Allaahu

Want your business to be the top-listed Grocery Store in Deder?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Haramaya
Deder