Goofar Ahmad

Goofar Ahmad

Share

23/08/2025

Qullaa Deemuun Mallatto Qaroominaa Sitti Hin Fakkaatin
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

• Qullaa Deemuun Mallattoo Qaroominaatii Miti, Qullaa Deemuun qaroomina silaa tahe, kan hunda caalaa qaroomu bineensoota ture.

• Wanti nama bareechu uffata Uffachuudha, dubartiin teenya hijaabaan faayamuudha. Hijaaba uffachuun bareedina gubbaan Bareedina biraa dubartiif ida’a. Bareedina qofa osoo hin taane hijaaba uffachuun ajaja Rabbiitiin buluudha.

• Rabbiin Subhaanahuu Wata’aalaa Qur’aana isaa keessatti Rasuula Rabbii Haadha Warra isaa fii dubartoota isaa fii Shamarran muslimaa hunda hijaaba uffachuu akka isaaniif himu itti Dhaame.

• Kanaaf hijaaba uffachuun akka malee barbaachisaadha, Yaa dubartii islaamaa hijaaba lafa keesssee qullaa hin deeminii, uffata Rabbiin Qur’aana isaa Keesatti akka uffattu siif dhaame uffadhuu ajaja Rabbii Keetii guuti.

Rabbiin dubartoota keenya warra hijaabaan faayamu isaan haa taasisu.

Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa.
Goofar Ahmad

Photos from Goofar Ahmad's post 27/07/2025

?
Dhimma jima daalo akkuma torbee darbe irra kaafne gaafi qaama dhimmi kun ilaallatu gaafacha turretti arra ho maal irra gahe waan jadhuuf?

Akkuma beekkamu jiman daalo keessatti dalagamu jima naanno lama deemuudha.

Durarratti jima somale kan guyya fi halkan hojjatamuudha jimaan kun akka hin hojjatamne godhuun akkuma itti fufetti jira
Wanna kana furufis yaalin bakka gara gara irratti godhama jira nutis gara dandeenyuun gaaffi godha jirra wanni kun haga yaron post tana godhutti falli tokko hin dhufne!!
Yo jiman kun daalo keessatti hojjatame gara bakka deemu deemuf Baddeessa keessa gahe makinan jiman deeman hin dhiifaman baddessa keessatti warren jima hojjatan bayye rakkacua jiran

achi yoo taa'ani jima eeggatan jima achi dhufu hin jiru firra ol dhufanii yo asitti hojjatan baddessan jima bahu itti hin dhiiftu!?

Akkasuma jima deemu irratti??
Jiman affar deemu kun kan guyya sa'a 10 irra jalqabde haga halkanii kan hojjatamuudha jima kun daalo keessatti hojjatame gara affar kan deemuudha.
Jiman kana kan walitti qabe affar geessu abba qabeenyaa jedhamuudha.
Jiman kun magaalaa baddessa keessatti halkan irra qabame yaron itti gubani doorsisanii qaba jiran.
Jiman kun jiima dafe affar dhaqu qabuudha os aduun oowwitun itti hin baane dura yoo aduun oowituun itti baate jiman kun ni gubata!!

Kanuman wal qabate abban qabeenyaa jima kana affar geessu of sodaate namoota isaaf daaloo dhufanii jima hawaasa irra waliit qabe deemu hambise jira.
Ummanni rakkatte oli gad fiige makiina nama irra fudhate bakka abban qabeenyaa kun jirtuu itti ergata jira!!
Maal qaba dafe gaafiin kun yoo nuuf furame???
🙏🏿🙏🏿🙏🏿🙏🏿Please namni kamu sher godha wal biran gaha.
July 25/2025
Goofar Ahmad ✍️ daaloo
👇
Birraa Jemal malif ummata taha deebitee hin jirtuu magalaan daaloo zero tatee jirtii

Want your business to be the top-listed Media Company in Deder?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Deder