Biikoo

Biikoo

Share

28/04/2026

Follow for more

22/08/2025

Dhiibbaa Alcohol fi Paracetamol
Al tokkotti fudhachuun Qabu
meeqan keessantu beeka???
comment

22/08/2025

Dammi qoricha uumamaa dhukkuboota baay'ee fayyisuudhaaf ilmi namaa yeroo dheeraaf haala garagaraatiin itti fayyadamaa tureedha. Fknf, Buna, aannan, shaayii fa'a dammaan dhuguun waan baratameedha. Haa ta'u malee, dammi haala kamiinuu baay'ee yoo hoo'e keemikaalli "Hydroxy methyl furfural' jedhamu akka omishamu gochuudhaan gara summiitti jijjiiramuu danda'a. Keemikaalli kun yeroo dheeraan booda kaanserii fiduu danda'a. Kanaaf, Damma wanta baay'ee hoo'aa ta'etti goonee osoo fayyadamuu baannee gaariidha. Haala kanaan fayyadamuu yoo barbaanne bunni, shaayiin ykn aannan erga xiqqoo qabbanaa'ee ta'uu qaba.

Fayyaa Hin dhabiinaa

Telegram: Contact @drhoneliat12em

Photos from Oromia Health Bureau's post 22/08/2025

Follow for more

Want your business to be the top-listed Media Company in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Dirree Kooo
Ambo