Nejo Post
14/11/2020
Waraanni waraanaan malee Hiriiraan hin mo'amu!
Uummata harka qullaa akka barbaaddanitti hiriiraaf oliif gadi yaasuu dhiisaa. Waraanatu fala waan jettaniif humna yoo qabaattan ofirraa loladhaa! Uummatni keenya lolaaf deggersa hin kennuunii.
03/11/2020
Biyya kanaaf nagaa buusuun yoo barbaachise namoota mana hidhaa jiran hunda hiikanii marii hunda hirmaachise gaggeessuudha!
Want your business to be the top-listed Media Company in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Ambo