TESFA STUDIO
10/04/2026
01/04/2026
Galata.
Ogeeyyii Kaameeraaf
Ogeeyyiin caameraa bitootessa 20/2018 Eebba Istidiyoo koo irratti argamtanii nafaana turtaan galatoomaa.
Hiriyoonni koo guyyaa sana dadhabbiif nuffii tokko malee Ogummaa Kaameraa qabdaniin Sagantaa koo irratti argamuun guyyaa guutuu Suur-Sagalee(Viidiyoo) Waraabuun akkasumas Suuraa kaasuun saganta koo naaf bareechaa ooltan guddaa naaf galatoomaa.
Waaqayyo Ogummaa keessan dachaa godhee siniif yaa eebbisu.
01/04/2026
Galata
Mana Uffata Nafyad_Design
Manni Uffataa Naafiyaad Design sagantaa Eebba Istidiyoo koo gaafa Bitootessa 20/2018 irratti Koreen sagantaa kootii
Miidhaganii akka mul'ataniif uffata bareeda qulqullina qabu hojjachuun koree Sagantaa kootii naaf miidhagseera.
Dabalataan Abbaan Qabeenyaa Mana Uffataa qaamaan sagantaa koo irratti argamuun aantummaa naaf qabus ibseera. Kanaaf Galata guddaan qabaaf.
asumaan Uffata Qulqullina qabu sagantaa barbaaddan kamiifuu Mana Uffataa filannoo keessan taasifadhaan dhaamsa kooti
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the establishment
Telephone
Website
Address
Ambo
1000