Oromiyaa

Oromiyaa

Share

10/04/2026
10/04/2026

Yeroo ammaa kam sifeesisa

08/03/2026

Really

05/11/2025

Jawar Mohammed
Akkuma Zohran Mamdani kanatti Falmee Kantiiba Minnesota tahu dandaha. Ykn Motummaa America keessatti Aango gudda argachu dandaha. Barumsi isaafi beekkumsi isa kana hunda gochuuf gahaa dha. Garuu inni Ummata kiyyaaf jedhe Wagga 150 Saba bilisa bahu dadhabe cunqurfama jiruufin qabsaawa jedhe qabsotti seene. Qabsaawee Sirna hamaa wagga 27 jabatee Baankii fi Taankin guuttame Tarsimoon Qeerro fi Qarree wajjiin buqqise. Saba ija banachiise. Ilaalcha gad aantumma irra kaasee Aangoo itti kenne! Jijjiramni akka fashalaawe ykn butamaa jiru arkinaan Passport America πŸ‡ΊπŸ‡Έ deebise biyyaa kiyya kara Democracyn ceesisa jedhe qabsaawe. Ajjeesuuf yaalan hin milkaawne ! Hidhani dararan. Booda hidha bahuus akka ajjeessuf karoorfatan itti himan. Biyya bahee waan sabaaf malu qabsoo kara Nagaa ammaas sabaaf Qabsaawutti jira. Nama kana eyyee isin martinu ni beeytu. Nama Sabaf jedhe Passport America πŸ‡ΊπŸ‡Έ cire darbe. Nama nagaya lallabu kan sabni walitti araaramu lallabu! Kan hawaasni irraa baratu! Eyyeen Nama kana Galataa fi kabajaa malaaf ture. Garu namni keenyaa Nama isaaf bu’u buuseefi qabsaawee hinbeeku! Ardha si faarsee boru si arrabsa. Kanaafi Garaaf bitamanii halkani guyya isa arrabsaa oolan. Duriis wallaala biyyaa diiga, garaafiis akka bitamu beekkama dha. Garu haga fedhe yoo wallaala tahe yoo garaaf bitamte nama haqaan sif qabsaawee, jijjirama sitti agarsiise halkanii guyyaa dhagaa itti hin darbattu! Yoo Jawar hin jaalanne at least Arrabso irra dhiisa! Hayyuu fi Beekaa keessan kununsa dha! Boru yoo waa tahe isanumaa isin fura. Dr Ali Birraan Maal Jedhe?

Wallaalaan nutti kolfe.. Beekaan Beekkumsaan nu fure! #
He's a kingβ˜οΈπŸ‘‘πŸ‘‘πŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°πŸ₯°πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€

01/09/2025

I know. I didn’t want to believe it either. But too many credible sources have now confirmed what our hearts feared: H@mas hasn’t officially announced it, and maybe that’s why so many are still holding on to hope. And maybe β€” just maybe β€” there is still hope.

But if it’s true, please remember this:
Abu Oba*da knew his days were numbered. Every leader of resistance does. They wake up each day prepared to give their life for Palestine β€” emotionally, mentally, spiritually ready for that sacrifice. And they are at peace with it because the liberation of our land is worth more than their own lives. That’s what it has always meant to be Palestinian.

His memory will never die. From his sacrifice will rise not just tens, but hundreds of Abu Obaidas. Because this spirit is not limited to one man or one group β€” it is the heartbeat of every Palestinian. Whether in Gaza, the West Bank, exile, or diaspora β€” we were born with this love for our land, this duty to defend it, even if it means dying for it.

We have shown the world what resilience looks like. We have shown them what dignity, strength, and unbreakable faith mean. The enemy can never erase that. All the weapons, all the bombs, all the propaganda of the terrorist regime is nothing but garbage compared to the will of a people who refuse to bow. Zionism's days are numbered, and the whole world knows it.

Do not be sad. Celebrate him. Celebrate every martyr who stood their ground.

Long live the resistance
Long Live Palestine
Long Live Gaza βœŠπŸΌπŸ‡΅πŸ‡Έ
πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ‡ΏπŸ‡¦πŸ‡΅πŸ‡Έ

Want your organization to be the top-listed Non Profit Organization in Adis?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Adis