OBN - Ispoortii

OBN - Ispoortii

Share

31/05/2026

Kylian Mbappen waggoota 7 PSG keessa ture keessatti waancaa Chaampiyoonsi Liigii kaasee hin beeku.

Amma erga inni bahee booda kilabichi waancaa lama walitti aansuun injifateera๐Ÿ†๐Ÿ†

๐Ÿ‘‰t.me/T_ispoortii

30/05/2026

๐Ÿ† Walitti aansuun waancaa lama ๐Ÿ†

PSG'n Waggaa lama keessatti walitti aansuun waancaa Chaampiyoonsi Liigii lama kaaseera.

๐Ÿ‘‰t.me/T_ispoortii

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Addis Ababa