Siinqee Bank

Siinqee Bank

Share

07/07/2026

Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

              

06/07/2026

Waraqaa eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa) keessan  lakkoofsa Herreega Baankii waliin wal qabsiistaniittuu? Baankiin keenya bakkaa fi yeroon osoo isin hin daangessin matuma keessaniin marsariitii https://fayda.siinqeebank.com:7443/ fayyadamuun  lakkoofsa Faaydaa (FAN)  keessan lakkoofsa herreegaa keessan waliin  salphaatti  akka wal qabsiistaniif haala isiniif mijeesseera. Maarree! ammuma hidha (link)  armaan olii fayyadamuun joormaa fi dhamaatii tokko malee salphaatti  herreega Baankii Siinqee keessan Waraqaa eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa) keessan  waliin wal qabsiisaa.

Baankii Siinqee
Tokkummaan Gara Milkaa’inaatti!

ብሔራዊ (ፋይዳ)  መታወቂያዎን  ከባንክ ሒሳብዎ  ጋር አስተሳስረዋል?  ባንካችን  ያለ ጊዜና ቦታ ገደብ  ባሉበት ቦታ ሆነው  በራስዎ  በድረ ገፅ https://fayda.siinqeebank.com:7443/ በመጠቀም የፋይዳ ተለዋጭ ቁጥርዎን (FAN ከሂሳብ ቁጥርዎ  በቀላሉ  እንዲያስተሳስሩ ምቹ ሁኔታ ፈጥሯል፡፡ ፍጠኑ ! ያለምንም ውጣ ውረድ ከላይ ያለውን ማስፈንጠሪያ (link)  በመጠቀም  የፋይዳ ቁጥርዎን ከሲንቄ ባንክ  ሒሳብዎ ጋር ያስተሳስሩ፡፡ 

ሲንቄ ባንክ
በአንድነት ወደ ስኬት

        

Want your business to be the top-listed Finance Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Oda Tower, Josef Broz Tito Street, Kazanchis Area, Siinqee Bank H. Q Bldg
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 08:00 - 17:00
Tuesday 08:00 - 17:00
Wednesday 08:00 - 17:00
Thursday 08:00 - 17:00
Friday 08:00 - 17:00
Saturday 08:00 - 17:00