Qubee TV
Guutuu Isaa Daawwachuuf πππ
https://www.youtube.com/watch?v=LSSeLM2YMqY
05/06/2026
Laamiin Yaamaal taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen injifate.
Laamiin Yaamaal taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen bara dorgommii 2025/26 jedhamuun filatame.
Taphaataan sarara fuulduraa Baarseloonaa dargageessi umrii waggaa 18 Laamiin Yaamaal taphoota liigichaa 28 bara kana taphateen galchiiwwan 16 lakkoofsisuufi kubbaawwan galchii taβan 11 mijeessee kenne.
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaa 10 taphateenis galchiiwwan 6 galchuun 4 ammoo haala mijeesse.
Baarseloonaan waancaa laaliigaa bara kanaa akka injifatu taphattoota qooda olaanaa qabaan keessaa isa tokko.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa