Odeeffannoo biyyoolessaa

Odeeffannoo biyyoolessaa

Share

18/06/2020

Kuni tuffii moo dadhabina Biroo barumsaa Oromiyaa suura ammaa asirratti argatani kuni barumsaa satellite dish toora satellite NSS-12 @ 57° East https://www.flysat.com/nss12.php dabarfamuu yoom tun akka qajeelchaa ykn sagantaa barumsa barattoota sadarkaa giddu gala afaan ingliiz yomuu ta’u ka hafe ammoo afaan naannoo sagalii biyyattii keessaa argamun sagantaa iddilee hojatu fayyadamuun channalii barumsaa sagalii kessa channali barumsaa afaan oromooti jalqabuu akka video barnotaa hin hojjin godhu ykn rakkoo teknikaa fakkeesse yomuu afaan Amaara ni hojatu akka taajjabne waanta durii Raadiyoo irratti nuu jedhana sunii deebisuuf garee bilxiganaa ykn badhaadhina

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa