Awash Bank
29/05/2026
ነገ 5:00 ሰዓት ላይ በቴሌግራም ቻናላችን https://t.me/awash_bank_official እንገናኝ!
🎁 የነገ እድለኛ ማን ይሆን?
Boru sa'aa 5:00tti fuula teelegiraamii keenya irratti nu eegaa!
🎁 Abbaan carraa boruu eenyu laata?
liinkii kana cuqaasuun carraa keessan yaalaa https://t.me/awash_bank_official
29/05/2026
Happenning Now
==============
ከዛሬ ጀምሮ እስከ ግንቦት 23 / 2018 ዓ.ም ድረስ በአዲስ ኮንቬንሽን ማዕከል በሚካሄደው ዓለም አቀፍ የጀላቶ (አይስክሬም) ፌስቲቫል ላይ ለአይስክሬም አፍቃሪው ልጅዎ በአንጋፋው አዋሸ ባንክ ቁጠባን ያስተምሩ ።
አዋሽ ባንክ!
Har'a irraa eegalee hanga caamsaa 23 / 2018 A.L.I tti Giddugala Konveenshinii Finfinneetti kan gaggeeffamu Feestivaala Idil-Addunyaa Jeelatoo (aayiskireemii) irratti daa’ima keessan jaalala aayiskireemii qabuuf “Herrega Qusannaa Daa’immanii” banaafii!
Baankii Awaash!
27/05/2026
ለግብይትዎ የአዋሽ ባንክ አማና (Amanah) ካርድዎን ምርጫዎ ያድርጉ!
============
ዘመናዊ፣ አስተማማኝ እና ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት መርሆዎች ጋር የተጣጣመ የገንዘብ ዝውውር ይፈልጋሉ? እንግዲያውስ የአዋሽ ባንክ አማና ካርድን ለእለት ተእለት ግብይትዎ ተመራጭ ያድርጉ።
🛒 ህይወትን ያቅልሉ፣ ግብይትዎን ያዘምኑ!
በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የአዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ በመሄድ የአማና ካርድዎን ይውሰዱና ምቾቱን ይመስክሩ።
መልካም በዓል!
አዋሽ ባንክ!
Kaardii Amaanaa (Amanah) Baankii Awaash filannoo daldala keessanii taasifadhaa!
============
Tajaajila daldalaafi daddabarsa maallaqaa ammayyaa, amansiisaafi qajeelfama baankii dhala irraa bilisaa (Interest-Free Banking) ta’e argachuu barbaadduu?
Yoos daldala keessan guyyaa guyyaatiif Kaardii Amaanaa Baankii Awaash filannoo keessan taasifadhaa.
🛒 Kaardii ammayyaa kana fayyadamuun Filannoo jireenya keessanii salphisaa, daldala keessan ammayyeessaa!
Damee Baankii Awaash isniitti dhiyoo jiru deemuun "Kaardii Amaanaa" keessan fudhadhaa, itti fayyadamaa tajaajila isaa ragaa ba'aa.
Ayyaana Gaarii!
Baankii Awaash!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Awash Tower, Ras Abebe Aregay Street
Addis Ababa