Guutu Qallo 4N

Guutu Qallo 4N

Share

19/06/2026

Tiraamp qeeqxota waliigaltee Ameerikaa fi Iraan irratti xiyyeeffatan, Iraan ‘xumurame’ jedhan.

19/06/2026

Jaalalli hunda caala
Kabajni kuntaala, Ulfinni uffata caala
Nageenyi filannoo hin qabu

Hawaasni oromoo”ARSII”lubbuun haa jiraatu!

17/06/2026

An si yaade bar jaala koo❤️💯

17/05/2026

Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

01/03/2026

Sabaa-himaaleen Iraan waajira pirezidantii biyyattii Masuud Pezeeshkiyaa irratti haleelllaan gaggeeffamuu mirkaneessuun, pirezidanticharra garuu miidhaan akka hin geenye gabaasaniiru.

Hoganaan waliigalaa Rippablika Islaamaa Iraan Ayaatolaa Alii Kameenii haleellaan kun yeroo raawwatametti Teehraan keessa akka hin turree fi bakka nageenya isaaniif amansiisaa ta'e akka jiran aanga'aan tokko burqa oduu Roohitarsitti dubbateera.

Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti maaliif xiyyeeffate?
👇👇
https://bbc.in/3OCp16x

09/01/2026
Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa
0934