Gutema

Gutema

Share

01/03/2026

Sabaa-himaaleen Iraan waajira pirezidantii biyyattii Masuud Pezeeshkiyaa irratti haleelllaan gaggeeffamuu mirkaneessuun, pirezidanticharra garuu miidhaan akka hin geenye gabaasaniiru.

Hoganaan waliigalaa Rippablika Islaamaa Iraan Ayaatolaa Alii Kameenii haleellaan kun yeroo raawwatametti Teehraan keessa akka hin turree fi bakka nageenya isaaniif amansiisaa ta'e akka jiran aanga'aan tokko burqa oduu Roohitarsitti dubbateera.

Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti maaliif xiyyeeffate?
👇👇
https://bbc.in/3OCp16x

09/01/2026
07/12/2025

👂👂👇

17/11/2025

life is better when nobody knows anything about you!💯

14/11/2025
14/11/2025

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Addis Ababa
0934