Muhe Bale

Muhe Bale

Share

14/01/2026

Morookoon waggoota 22 booda xumuraaf geesse.

Tapha walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa irratti Morookoon Naayijeeriyaa adabbiin injifatte.

Gareen lamaan adabbii irratti kan wal argan erga daqiiqaawwan idilee 90 fi daqiiqaawwan 30 dabalataan gooliin hin lakkaa'amnee booda Morookoon adabbii 4-2n injifatte.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Ethiopia
Addis Ababa