Yeedaloo Multimedia

Yeedaloo Multimedia

Share

Taliilee Dirribaa Bareedaan Eenyu? #GalgalaWalalooOromoo 05/01/2022

Bareedaan eenyu?

Taliilee Dirribaa Didhaa

Taliilee Dirribaa Bareedaan Eenyu? #GalgalaWalalooOromoo VideoGlitch_20210

28/02/2019

Kabajamoo dubbistoota barruu Yaayyaa!
Torbanoota muraasa booda jildiin jalqabaa barruu keenyaa akka harka keessan geessu kabajaan beeksisaa, torban lama lamaan kan maxxanfamtu ta'a!

Jildiin 1ffaa uummataan handhuura biyyaa, Finfinneetti kan eebbifamtee raabsamtu ta'a.

Barruu Yaayyaa, Faana dhooftuu seenaafi dhugaa!
Yaayyaa Magazine.

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Sidist Kilo
Addis Ababa