Awash Insurance

Awash Insurance

Share

28/05/2026

Tajaajila inshuraansii Taakaafuul keessatti miseensonni yeroo balaan tasaa qabeenya miseensa tokko irra ga’u, wal gargaaruuf kaayyoo obbolummaa fi tola-ooltummaa irratti hundaa’uun maallaqa walitti qabu. Qajeelfamni bu’uuraa seera Shari’aa irratti hundaa’ee kan “maallaqa tola-ooltummaa (donation) walitti qabuu kun Tabarruu jedhama. Kanaafuu deebii sirriin filannoo “B”dha.
Waldorgommii gaaffiifi deebii Ayyaana Iid-Al-Adahaa sababeeffachuun adeemsifame kanarratti hirmaachuun namoonni deebii sirrii dursanii deebisan kanneen armaan gadiiti.
1. Habtish Hu
2. Èyyõ Gétcho
3. Tamrat Geleta
4. Shambu Mekonin
5. Boruu Diida Guyyoo

27/05/2026

‎እንኳን ለዒድ-አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
#‎ኢድ_ሙባረክ!
#‎አዋሽ_ኢንሹራንስ
#‎ከእርስዎ_ጋር...
‎=================
#‎Hordoftoonni_Amantaa_Islaamaa_Hundi
‎Baga Ayyaana Iid-Al-Adahaa Nagaan Geessan!
#‎IID_MUBAARAK!
#‎Inshuraansii_Awaash
‎ ...
‎===================
‎Awash Insurance wishes all Muslims a joyful, peaceful, and blessed Eid Al-Adha.
#‎Eid_Mubarak!
#‎Awash_Insurance
#‎We_Flow_with_You

Want your business to be the top-listed Finance Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Ethiopia
Addis Ababa
12637