Christ Light TV

Christ Light TV

Share

19/04/2026

Jabaadhu Kiristoos si jaallata

03/06/2025

Kanaafin:-

Osoo hin ilaalin akkamitti qabatamaan argamaa?
Gaaf tokko Gooftaan keenya Yesuus kiristoos Bartoota isaa Ilaaluf jedhee Na Jaallattaa? Jedhee gaafate?
Egaa Addunyaa kana irraattis wanti qabatamaan qabatamaa gootee erga ilaltee booda barama. Nama irraa wanti jibbitu yoo jirate waan irraa jibbitu sana namni sun akka of beeku adda baasuun bareeda.Karaan ittiin adda baaftuu immoo karaa adda addaa ta'uu danda'a. Kana erga goote booda qabatamaa isaa barta jechuudha.
Kun immoo waan si fayyadu qaba.1.Ilaalcha jiru adda baafatta.2.Haqa jiru adda baafatta.3.Dogoggora jiruu fi eessaa akka jiru adda baafatta.4.Maal gochuu akka qabdu adda baafatta.
Ati nama waaqaa waan taateef waan hundumaa jaalalaan akka furamu goota.Yoo kana hin goone waan jaalalli keessa hin jirre gochuun homaa ergamakeen ala ta'a.Na jaallattuuyiin gaafiin gaafatame firdiif hin turre.Boru isaanif firdii fudhachuuf waan jiruuf.

Kanaafan ani yaada koo gara beekumsaatti,
gara waa qoruutti,
gara ogummaa barbaaduutti,
gara hundee waan hundumaatti,
gara dadhabbii warra gowwootaa beekuutti,
gara gowwummaa
warra qalbii hin qabnee hubachuutti deebise.
Lallaba 7:25

14/11/2024

GORSA!🌹
▬▬▬▬▬▬▬
➥ Jireenya kee keessatti nama kamiyyuu gad buustee hin ilaalin!

○ Cimaa ta'uu dandeessa garuu, yeroon si caalaa jabina akka qabu beeki!

○ Nama hundumaa akkaataa mul'ata isaatti hubadhuu kabaji!
➦ Yeroon yeroo fida!

○ Maal naan jedhu utuu hin taane, maalan jedhe jechuu irratti xiyyeeffadhu!

○ Wantoonni namni ittiin madaalamu inni guddaan yeroo jajjabinaa fi haala mijataa keessa jiru bakka inni dhaabatuu miti; yeroo rakkoo fi haalli mijataan hin jirre bakka inni dhaabatuudha malee.

○ Barbaadamaa ta'uudhaaf barbaachisummaan kee baramuu qaba!

14/11/2024
Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


World
Addis Ababa