Gadaa Oromoo

Gadaa Oromoo

Share

31/03/2023

Itiyoophiyaa guddoo fi badhaate ijaarun Itti fufa
= = = = = = = = = = = = = =
Itiyoophiyaanonni hiyyummaa injifachuun badhaadhina Dhugaa karaa Hidha Haaromsa keenya guddicha mirkaneeffachuu akka dandeenyu,hojiin boonsa hooggansi ilmaa Abbaa Gadaa Abiy Ahimadn waggoota shanan darbanii keessatti hojeetame ragaa guddaadha!!

30/03/2023

nni Gad Of buusee Qonnaan Bulaa Ta'ee fakkeenya kan tahe
Si'iif
Ishiifi
isaafi
Nu'iifi
Abbaa malaa keenya Ganaa 1000 bulcha

30/03/2023

abbootaa!!

Abbichuu kan eegu Rabbiidha.du'aayii ulamaayii cimaafi kadhannaan harmooleefi abbooti isa faana jira. Karaa hin eegamnee Gootichi Arjichi afxiraaf ergee du'aayii guurera!! Duras akka kadhata harmooleef maleefi eegumsa rabbiif malee akka yaada shirtuuf waan baayyed ture!!

30/03/2023

Hawwii Ilmaan minilik karaatti hafe
Ilmaan minilik biddeena abjuu kan ta'e har'aa borii masaraa mootummaa galuuf hawwu. Hawwiin isaanii kun immoo iyya qofaan ifa malee yoomuu hin milkaa'uuf.Iyyuu dhiisanii gadoodanis homaa fiduu hin danda'an. Finxaaleyyiin amaaraa tarsiimoo minilikiin akkuma yeroo sanaatti yaadu.

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa