Walabu Media

Walabu Media

Share

08/09/2025

Sunnii fi Shi'aa: Tokkummaa fi addaaddummaa garee lamaanii (Kutaa 2ffaa).
https://youtu.be/jlKfyKU8eJs
Islaama maaltu Sunnii fi Shi’atti gargarbaase? Maaltu ummaa Muslimaa addaan fageesse? Sababa maaltu masjiida kophatti akka ijaarataniif isaan dirqisiise?
Viidiyoon kutaa 2ffaa kun waa'ee Sunnii fi Shi'aa irratti odeeffannoo barsiisaa ta'e qabaa hordofaa.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha!!
https://www.youtube.com/c/WalabuMedia
https://www.walabumedia.com/
https://www.tiktok.com/
Like, Share, Subscribe godhaa.
Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
'aa #ሱኒእናሺዓ #የኢስላምታሪክ

Islaamaa fi Awurooppaa: Osmaan Türkiye 17/08/2025

Impaayera Osmaan (Türkiye): Seenaa Islaamaa fi Awurooppaa, K 3ffaa.
Kutaan 3ffaa Impaayera Osmaan (Türkiye) irratti xiyyeefata.
Islaamni waggaa 500 dura akkamitti Kibba Baha Awurooppaa, naannoo Balkaan, akka qabate, seenaa maal fakkaatu akka hojjatee fi ashaaraa kam Awurooppaa irra akka kaayate agarsiisuuf yaalla.
Kaayyoon: hubannoo gabbisuu, beekumsa dimokraatessuudha. Like, share, subscribe godhaa. Yaada keessanis nuuf laataa. Galatoomaa!
https://youtu.be/wCi-IOD8X1c

​ ​ ​ ​

Islaamaa fi Awurooppaa: Osmaan Türkiye Seenaa Islaama Awurooppaa (Impaayera Osmaan (Türkiye)). Islam in Europe (Balkans)Islaamni waggaa 500 dura akkamitti gara ardii Awurooppaa akka tarkaanfate, t...

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address


Addis Ababa