Roba T. page
29/09/2023
ODUU Ganama kana!!
ta'an kan hedduu bareeddu tokkotu gurbaa hiyyeessa tokko woliin kana irratti walbarani. yeroo dheeraadhaaf woliif barreessu Vidio dhaanis wiliin haasa'u ture.
Gaafa tokko mucayyoon kunis jaalalli Dhugaan jiraachuu jiraachuu dhabuu addaan baafachuuf jettee wolirraa fagoo waan jiraniif gurbaa sanaan "Qarshii ani ittiin Sibira dhufu naaf ergi jetteen". Gurbaa sunis qarshii koo kana nyaattee sachiin haftii laata jedhee shakke. Ta'us nama isa qacare irraa liqeeffatee ergeef. Mucayyottiinis waadaa eegdee guyyaa gaafa jettee sana dhaqxee bakka inni hojjetu geessee isa barbaaduu eegalte. Namoonni sooreyyiin hedduun karaa irratti isii "lakkafuu" yaalanus isheen garuu gurra Osoo hin kenniniif gara gurbichaa imalte. of laaqee konkolaataa jala gangalatu agartee maqaa isaa gaafa waamtu oljedhee ilaalee ofitti qaana'aa eshee ilaale. Isheenis itti utaaltee qabattee garagaggalchitee dhungatte. Hammattee Osoo ishiin jirtuu "Ati dhugaa nama jaalalaati" akkasitti anaa giraassoodhaan dhoqqaa'ee,qaamni koo xuraa'ee Yoon nama dubbisuuf jedhu hundi namaa harka isaa najalaa buta. Kan ana dubbisu "harmee kiyya qofadha" Ati harmee kootti aantee nama maalummaa kiyya woliin najaallattedha Jedheen.
Wolitti bo'anii bareedina ishii mararfachaa harmee isaa woliin wol barsiisuuf gara manaa imalan. Yoo mana Gahan harmeen isaa gammachuudhaan imimmaan lakkuu roobsite. gammachuu kana dhandhamee Osoo hin xumurin ture. kan ka'e....πππ
10/09/2023
Baga Araaramtan,
Rabbis namnis Araaara ni jaalata!
Akka Arraarri dhufu waan beeynuuf,
Dursinee akkannitti fakkaatte dubbachuu irraa of qusaanne! π
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Addis Ababa