Oret Broadcasting Media

Oret Broadcasting Media

Share

08/05/2026

Magaalota Oromiyaa keessaa jireenyaaf mijattun kami? Anaaf Dirree Dhawaa

29/03/2026

Filannoo marsaa dhufu keessatti paartilee qooda fudhatan keessaa kan hiyyumaa keessaa isin baasu kami? sodaa tokko malee saanduqaa yaadaa keessatti nuuf qoodaa.

04/03/2026

Yeroo hunda kan miidhamu ilmoo hiyyeessaati! Kan waraana dura dhaabbatu,gaafa qabeenyi barbaadahu deebisee mana ijaaruuf ,hojii idilee itti deebi'uuf kan rakkatu isaanuma. Ka soreessaa, kan aangoo harka jiru rukuti,balleessi,barbaadessi jedha ! Waanuma fedhefiyyuu rabbii wayya,kan borii rabbiitu beeka!

''Akka durii seetee...''

Ministirri Muummee Abiy Ahimed mammaaksan dubbi himan.

Eenyuuf, maal akeekuf mammaakan?

⏩⏩ https://bbc.in/4aMitLa

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa