Hawaa Entertainment

Hawaa Entertainment

Share

09/12/2023

Artisti jaallatamaa Leencoo Gammachuu

01/12/2023

Hello family,
We will see you tonight with amazing vedio clip 🎶 🎵
" ILMA JAARSAA" by " WAAHAWWEE DHUGOO"
12:00 LOCAL TOLIME THE CLIP WILL BE RELEASED!

Photos from Hawaa Entertainment 's post 16/11/2023

"NAAF BADHAASA"
Weellisaa BIRRAA LAMMAA"

Wallee ajaa'ibaa siniif qabatee dhufee jira. Please share gochuun jajjabeessaa! Hawaa Entertainment waliif qoodaa!

09/11/2023

Akkam jirtu jaalattoota qophii keenya fi maatii Hawaa Entertainment torbee darbeef sagantaa sirboota jimaata galgala isin biran geenyu adda kutuu keenyaaf dhiifama isin gaafanna.
Kana booda akkuma duraan sirboota adda addaa sin biraa gayaa turre kunoo hammas deebinee jirra.
Sirba hedduu itti bohaartan wallee SISAAY ASEFFAA " DUREETTI TIYYA " jedhu siniif qabannee dhufnee jirra! Share waliif taasisuun Hawaa entertainment jabeessaa!

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa