Faye Graphics
29/10/2023
🚨 Leenjisaan Arsenaal Mikaa'el Arteetaan Zubimendii Riyaal Sosodaayida irraa fudhachuu barbaada.
27/10/2023
.
🗣️Gaazexessaa " Muudriik kubbaan Arsenaal irratti lakkoofsifte dinqisiifannaa heddu argachaa jira. Yaanni akkasii akkamiin siif dhufe?"
🗣️Maaykaahiloo Moodriik "leenjisaa goolii eegdota Cheelsii ka tahan Toonii Hemeneez na waamanii' Daaviid Raayyaa sochii fi dhaabbii isaa ijaan too'adhu 'naan jedhan "jedha.
🗣️Itti dabaluun' Inni yeroo heddu gooliin ala baha waan taheef kubbaa samiirraa yoo ergite salphamatti galchii lakkoofsisuu dandeetta 'naan jedhan" jedhuun Dubbate.
EveEveryone@fo@followers
21/10/2023
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha har’a Liivar Puul sa’aatii 8:30 irraa eegalee Eevartan keessummeessuun ni eegalama.
Waaree booda sa’aatii 11:00 irraa eegale taphoonni 5 kan taphataman yoo ta’uu, taphni Maanchiisteer Siitiin Istaadiyeemii Itihaadirratti Biraayitan waliin taphatu xiyyeeffannoo argateera.
Taphni galgala sa’aatii 1:30 irraa jalqabe Kilaboota Masaanuu Landan Cheelsii fi Arsenaal gidduutti taphatamus si’oominaan eegama.
Halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Sheefiild Yuunaayitiid Maanchiisteer Yuunaayitiid waliin ni taphata.
Tootenhaam qabxii 20 liigicha yoo dursu, Arsenaal qabxii walfakkaatuun sadarkaa 2ffaa irratti argama.
Hora Bulaa Deebana 🥰
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa