OMN Press
19/05/2024
Erling Haaland badhaasa Kophee Warqee isaa waliin š„š„
Erling Haaland with his Golden Boot award š„š„
02/01/2024
Abbaan buddeenaa ijoolleesaa lama ajjeesee waraabessa nyaachise adabame
Abbaan buddeenaa ijoolleesaa lama haala suukanneessaan ajjeesee waraabessa nyaachise hidhaan irratti murtaaāe.
Yakki kun Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuu keessatti raawwatame.
Himatamaa Taaddasaa Mollaa jedhamufii jiraataa aanichaa taāe haadha warraasaa fi abbaa buddeenaa kan taāuuf ijoollee lama kan umriinsaanii waggaa torba fi sadii taāan waliin jiraachaa ture.
05/09/2023
Loogoon Biiroo Maallaqaa Oromiyaa Ulee Abbaa Gadaan Faayamee asi bahe.
āļøXiinxala sirriidha moo!
āļøXiinxala sirrii miti
Yaada keessan comment jalatti barressaa!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa