BIYYA KOOF JIR
10/04/2024
01/10/2023
God/H/Lixaa A/Ancaaritti.
Namoonni Ganna Kana Hojii Tola Oltummaa irratti Hirmaachaa turtan Hundi keessanuu galatoomaa!!!
1ffaa Haadha Hiyyeessaa Ganna Kana Roobaf jecha yaadda'aa turte Mana itti ijaarun
2ffaa Dubartii Dugdaan Bishaani fi Qoraan ba'achaa turte Harree fi Horii Ananii itti bituun
3ffaa B/taa Maatii Harka qalleeyyii Daftaraa fi Qalamaaf jecha yaaddoo hamaa keessa ture Daftaraa fi Qalamaaf jecha hamileen isaanii akka hin tuqamnee hir maannan isin taasisaa turtan kanama gammachiisuu fi kan nama boonsu waan ta'eef hedduu galatoomaa!!!!
Want your business to be the top-listed Food & Beverage Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Telephone
Website
Address
Oromia Region
Addis Ababa